TG Telegram Group & Channel
VOA Afaan Oromoo | United States America (US)
Create: Update:

Dhukkubni Saree Maraachu Itiyoophiyaatti Waggaatti Namoota Kumaan Lakkaawaman Ajjeesa, Jedhame  
https://www.voaafaanoromoo.com/a/dhukkubni-saree-maraachu-itiyoophiyaatti-waggaatti-namoota-kumaan-lakkaawaman-ajjeesa-/6258031.html

Dhukkubi saree maraachu waggaatti namoota kumaan lakkaawamu akka ajjeesu Giddugalli Qorannoo Fayyaa Hawaasaa Itiyoophiyaa beeksise. Giddu-galichatti qorataa ta’an Dookter Yimer Mulugeetaa, dhukkubi saree qalbii fuudhu kun waggaatti lammilee Itiyoophiyaa kuma lamaa fi dhibba torbaa ol ajjeesaa jedhan. Dhukkuba Kanaan Itiyoophiyaan Afriikaarraa sadarkaa lammataarra ka jirtu tahuu himanii kanaaf sababaan namni hubannoo dhabuudha jedhan.  Ministeerri Qonnaas dhibee kana to’achuuf hojiittan jira jedhaa. Gabaasaa guutuu caqasaa.  

>>Click here to continue<<

VOA Afaan Oromoo

Share with your best friend
VIEW MORE

United States America Popular Telegram Group (US)