TG Telegram Group & Channel
VOA Afaan Oromoo | United States America (US)
Create: Update:

Irreecha Finfinneetti Ayyaaneffamerratti Kanneen Mormii Dhagessisan “Ergamtoota Shanee ti’ Jedha Mootummaan
https://www.voaafaanoromoo.com/a/kanneen-mormii-dhagessisan-ergamtoota-shaneeti-jedha-mootummaan-/6256947.html

Irreechaa Hora Finfinnee fulbaana 22 bara 2014 kabajaame irratti namoonni miliyoonaan lakkawamaan hirmataniiru jedhan qophessitoonni sagantichaa.

Kabajaa ayyaanaa Irreechaa Hora Finfinnee kana irratti sagaleen mormii fi mootumaa biyyaa bulcha jiru balalleffatu dhagahamaa ture.

Gabaasaa guutuu caqasaa.  

>>Click here to continue<<

VOA Afaan Oromoo

Share with your best friend
VIEW MORE

United States America Popular Telegram Group (US)