TG Telegram Group & Channel
TIKVAH AFAAN OROMOO | United States America (US)
Create: Update:

#tiktok #Ameerikaa

Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayiden tiktook aksiyooniin isaa dhaabbata Ameerikaa tokkoof yoo hin gurguramnee fi Chaayinaa irraa kan hin hiikamne yoo ta’e guutuu Ameerikaa keessatti akka ugguramu labsii mallatteessaniiru.

"Nuti eessayyuu hin deemnu. Mirga keenya mana murtiitti falmina. Dhugaa fi heerri nu waliin jira.  Injifannoo ni arganna jenne eegna," jechuun , hojii gaggeessaan TikTok Obbo Shuu Ziichew dubbataniiru.

@tikvahethafaanoromoo  @tikvahorobot

TIKVAH AFAAN OROMOO
#Tiktok #Update 'TikTok' Ameerikaa keessatti yoo uggurame(dhorkame), ''mirgi bilisummaan dubbachuu fi yaada ofii ibsachuu lammiilee Ameerikaa miliyoona 170 ni sarbama,'' jedhe. Kana kan jedhe Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Ameerikaa labsii appichi Chaayinaa…
#tiktok #Ameerikaa

Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayiden tiktook aksiyooniin isaa dhaabbata Ameerikaa tokkoof yoo hin gurguramnee fi Chaayinaa irraa kan hin hiikamne yoo ta’e guutuu Ameerikaa keessatti akka ugguramu labsii mallatteessaniiru.

"Nuti eessayyuu hin deemnu. Mirga keenya mana murtiitti falmina. Dhugaa fi heerri nu waliin jira.  Injifannoo ni arganna jenne eegna," jechuun , hojii gaggeessaan TikTok Obbo Shuu Ziichew dubbataniiru.

@tikvahethafaanoromoo  @tikvahorobot


>>Click here to continue<<

TIKVAH AFAAN OROMOO







Share with your best friend
VIEW MORE

United States America Popular Telegram Group (US)