TG Telegram Group & Channel
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر | United States America (US)
Create: Update:

Hiikkaa jecha tanaa
من منَّ
👉 Namni tola oole ykn arjoome
من منٍّ
👉 Waan Rabbiin tola itti oole irraa...
مُنَّ
👉 tolatu itti oolama ykn itti dhangalaafama.
من المنّان
👉 Mannaaniin irraa (Rabbii kennee kennaan isaa hin dhumanne irraa)
Namni kennate waan kenname irraa... nama kennaan isaa hin dhumne(Mannaan) irraa isaaf kennama jechuudha.

Share👇
https://hottg.com/tafak_or



>>Click here to continue<<

𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر






Share with your best friend
VIEW MORE

United States America Popular Telegram Group (US)