TG Telegram Group & Channel
OROSOFT TECHNOLOGIES | United States America (US)
Create: Update:

AI seenaa biraa keessa jira. hojiin artistootaa fi gulaaltota suuraa AI kanneeniin Waan dhuunfatame isinitti hin fakkaatuu? bara 2023 kana ai kun addunyaa akka malee raasaa ture. sadarkaa yaada sammuu kee keessa jiru ai'chatti himtee sekondoota muraasa keessatti suuricha siif maddisiisu irra geenyeerra. maal suuraa maddisiisuu qofa, gama sagalee, ppt, design fi kanneen biroos kan hojjatan hedduutu jira.

Fakkeenyaaf:

suuraawwan dhugaa fakkaatan uumuu.
fkn: Dall-e

sagalee nama tokkoo kan nama biroon jijjiiruu, voice swap.
fkn: voice.ai

haasaa nama wajjiin taasisuufi deebii deebisuu
fkn: chatgpt

presentation hojjachuu
fkn: tome.app

sagalee fi meeshaalee muuziqaa gargar baasuu
fkn: moises.ai

haasaa gara barreeffamaatti (transcription) jijjiiruu, live irratti
fkn: otter.ai

dogongoroota seerlugaa adda baasuu
fkn: grammarly

code barreessuu
fkn: github copilot

automation
fkn: zapier

design
fkn: midjourney

babal'inni ai namoota heddu hojii dhabsiisuun isaa waan hin oolle . waan gara fuulduraatti ta'u wajjumaan ilaalla.

>>Click here to continue<<

OROSOFT TECHNOLOGIES

Share with your best friend
VIEW MORE

United States America Popular Telegram Group (US)