TG Telegram Group & Channel
MADDA BEEKKUMSAA🌳 | United States America (US)
Create: Update:

Caaccuulee Tiyaatiraa

1. Yoomessa (setting)
Yoomessi yeroo bartaphichaa, bakkaafi haala haawasummaa of keessatti qabata.

2. Waliin Dubbii (Dialogue)
Waliin dubbii jechuun haasaa qooddattonni lamaa fi isaa ol ta’an godhanidha.  Waliin dubbiin bar-taphee kessatti karaa lamaan /holooloofi walaloon/ dhiyaachuu danda’a.

3. Qooddataa (character)
Namfakkileen ykn qooddataa jechuun namoota ykn bineensota tartibni gochaa 
irratti ijaaramu fi kan addunyaa waraqaa irratti argamani dha. 

4. Ergaa (Theme)
Ergaan ida’ama yaada taphee guutuu ykn dhaamsa waliigalaa taphee tokkoti. Ergaan kan kallatidhaan darbu osoo hin taanee al kalattidhaan kan mul’atudha.

5. Jaargocha (plot)
Jaargochi seenaa bu'uuraa taphee keenyaa yemmuu ta'u duraa duba taateewwaniiti.

Odeeffannoo nama fayyadudha jettanii yoo amatan waliif qoodaa!
Hiriyoota keessan garee kanatti affeeraa
✍️ Kaachuu
@OROMOTOO

>>Click here to continue<<

MADDA BEEKKUMSAA🌳

Share with your best friend
VIEW MORE

United States America Popular Telegram Group (US)