TG Telegram Group & Channel
MICHUU GFX | United States America (US)
Create: Update:

Gara Jaldu Creative Community makamaa-Ogummaa keessan baasa

Ergaan kun akka gaarii akka sin aragatu abdiin qaba! Qaama Community/hawaasa socho'aa fi si'ataa akka taataniif carraa gammachiisaan sin biraan ga'aa jira.
Jeldu Creative Community maali?

Jeldu Creative Community walitti qabama namoota dhuunfaa jaalala kalaqaa fi waa umuu fi hojii online hojjettan akkasumas jaalala hojii kalaqa waloo qabaniiti. Content creator/ uumaa qabiyyee muuxanno qabu yookas nama dandeetti isaa baasee hin fayyadamne taate  Community/hawwasni keenya imala keessan gara milkaa’inaa utubuuf kan dhaabatedha.

Maaliifan gara Jeldu Creative Community dabalama?

Wal-ta'iinsa: Namoota dhuunfaa yaada wal fakkaataa qaban kanneen  akka keetii quuqama kalaqaa fi waa uumuu qaban waliin wal quunnamuuf. Prohektoota irratti wal tumauuf, yaada waliif qooduu fi waliin guddachuuf
Deeggarsa: Hawaasa qormaataa fi gammachuu qabiyyee uumuu fi daldala onlaayinii hubatu irraa deeggarsaafi qajeelfama argachuu

Neetworkiin: Uumtoota qabiyyee hundeeffaman fi kanneen dandeettii guddaa qaban dabalatee garee namoota dhuunfaa adda addaa waliin walitti dhufeenya uumuudhaan neetworkii kee bal’isuuf.
Beekamtii: Hojii kee agarsiisi, saaxilamummaa horachuu, fi sochiiwwan beeksisa miseensota hawaasaa waliin jiran waliin tumsuu.
Akkaataa itti makamtan: Salphaatti liinkii armaan gadii kana cuqaasaa qaama hawaasa kalaqaa Jeldu ta'uuf @jelducc cuqaasaa

Yeroo itti makamtan:
Marii kalaqa, qabiyyee uumuu, fi hojii onlaayinii irratti taasifamu.
Madda/resource addaa fi gorsa dandeettii kee guddisuuf.
carraa miseensota hawaasaa waliin hojjetan guddisuu fi tumsuu.
Carraa kana qaama hawaasa deggersaa fi kaka'umsa qabu ta'uuf hin darbinaa. Waliin taanee waan guddaa galmaan gahuu akka dandeenyu ni amanna!
JELDU Creative Community Si simachuuf hawwii guddaan eegna!
Nagaa wajjin,

>>Click here to continue<<

MICHUU GFX

Share with your best friend
VIEW MORE

United States America Popular Telegram Group (US)