TG Telegram Group & Channel
MICHUU GFX | United States America (US)
Create: Update:

#Beeksisa
Barattoonni qormaata Xumura Barnoota Sadarkaa Lammaffaa Itoophiyaa (Kutaa 12) bara 2014 hundaa
Bu’aan qormaata kutaa 12ffaa waan ba’eef Barattoonni har’a Guraandhala 18, 2015 galgala sa’aatii 5:30 irraa eegalee ilaallachuu ni danda’u.
• Marsariitii https://eaes.edu.et/ irratti ykn
• Lakkoofsa Galmee isaanii qofa 6284 irratti ergaa erguudhaan ykn
• Telegiraamii irratti https://hottg.com/eaesbot
Arguu akka danda'an labsina.

Yaadannoo:
• Barattoonni komii qabdan marsariitii Madaallii fi Qormaata Barnootaa https://eaes.edu.et/ irratti button #Compliant jedhu tuquun hanga Guraandhala 26/2015 qaamaan dhufuu osoo hin barbaachisin komii dhiyeessu ni dandeessu.
• Teessoo Tajaajila Madaallii fi Qormaata Barnootaa qofa irratti fayyadamuu. Warra odeeffannoo sobaa fi dogoggorsaa facaasuuf yaalan irraa of eegaa.
Tajaajila madaallii barnootaa fi qormaataa
Guraandhala 18/2015
Addis Ababa - Itoophiyaa
@michuugfx
@samitecno
@free_ict_group

👍2

>>Click here to continue<<

MICHUU GFX

Share with your best friend
VIEW MORE

United States America Popular Telegram Group (US)