✅ABDII HIN DHABIN! |
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
⌲ Yoo ofii kee rakkattee, itti dadhabdee milkaa'uu baatte, rakkina kee kanatti ilmi kee, dhaloonni si boodaa ni milkaa'u.
⌲ Ilaali rakkina kee har'aa kana ilaaltee abdii hin kutin!
» Diinni milkaa'inaa inni guddaan abdii kutuu dha. Waan hojjettu kamiyyuu hamma du'aatti yoo ta'e iyyuu cichii jabeessii itti fufi! Bor yoo duute iyyuu dhaloota boriif eebba taate duuta.
» Dhaloonni si boodaa "rakkina inni rakkachaa ture nuti immoo har'a bu'aa isaa jiraanna" siin jechaa seenaa kee yaadachaa jiraatu.
⌲ Hammuma kufaatiin sitti baay'atu, milkaa'ina keetti dhiyaachaa akka deemtu beeki!
⌲ Kufaatiin tokko gaafa si quunnamu deemsa gara galma milkaa'ina keetti gootu dheerina isaa gabaabfachaa jirta jechuu dha.
⌲ Imala gara milkaa'inaatti deemuu kee, karaa milkaa'inaa irra imalaa jiraachuu kee kan siif mirkaneessu kufaatii si mudachaa jiru dha.
⌲ Kufaatiin yoo si mudachaa jira ta'e, jabaadhu ati karaa milkaa'naa irra jirtaati. Garuu hamma yoonaa kufaatiin si mudatee hin jiru yoo ta'e ati milkaa'ina keef deemsa hin eegalle jechuu dha.
⌲ Namni osoo hin kufin milkaa'e nama hin hojjanne dha yookiin kufaatii nama biraatti kan milkaa'e dha.
⌲ Kufaatiin hammuma si mudachaa deemu; ofitti amanamummaa kee cimsaa, waan darbe irraa barachaa, karaa kaleessa irratti kufte irra akka hin deddeebine hubachaa, karaan biraa akka jiru xiinxalaa akka deemtu si gargaara.
⌲ Kanaaf kufaatii hin jibbiin kufaatiin daandii milkaa'inaa ti.
» Jireenya kee jijjiruuf sammuu jijjiiramaan har'a jijjiirama eegali!
✅Beeksisa Hojii Madda qab atamaa irraa dorgomaa
Dadhabbii malee mana Kessan ta'aati baasiif utuu hin saaxilamiin Waan feetan Ilaalaa dorgomaa
✅Carraa Sholarshipi Bilisaa biyya alaa Appi buufachuun apply godhaa namootni feetan qofti liinkii banuun
👇✅👇✅👇✅👇✅👇✅
bit.ly/445EiyL bit.ly/445EiyL
bit.ly/445EiyLbit.ly/445EiyL
Telegramii Beeksisa hojii join godhaa #Share hiriyaa jaallatuuf godhi #Chaanela Beeksisa Afaan Oromoo
👇👇
https://hottg.com/michujobs
https://hottg.com/michujobs
>>Click here to continue<<
