TG Telegram Group Link
Channel: JAAWAAR MUHAMMAD
Back to Bottom
Channel created
Channel photo updated
⭕️ akkam jirtu ilmaan oromoo hundi akkam nagaa keessanii ani nagaadha alaa manni isin nagaa.
⭕️channel kana keessatti boohartii gara garaafi beekumsa gara garaa akka irraa barattaniif kan banameedha
⭕️ GALMEE SEENAA ⭕️


Hortee ummata Oromoo

💰booranni kan oromooti
💰oromoon kan xabbooti
💰xabbo kan waaqooti
💰waaqo kan daadhiti
💰daadhiin kan uteeti
💰uteen kan biteeti
💰bite kan wolaabuutii
💰wolaabu kan jiilchaati
💰jilichi kan dawaarooti
💰dawaaro kan hoofaati
💰hoofaan kan shoraati
💰shoraan kan hadiyyaati
💰hadiyyaan kan raabaati
💰raabaan kan dooriiti





Itti fuufa channel keenyas woliin haa jajjabeessinuu share godhaa ulfaadhaa galatoomaa📃📃📃📃📃📄📑📑📑📕📗📔📘📘🗂📁📔📋📅🗓📃📄📄
🍎🍎Galmee seenaa kutaa lammaffaa 🍎🍎

⭕️Dooriin kan mormor
⭕️mormor kan mamaati
⭕️mamaan kan warari
⭕️warar kan waayyuuti
⭕️waayyuun kan goodedi
⭕️gooded kan maridhaati
⭕️marin kan galaan
⭕️galaan kan waadiiti
⭕️waadiin kan shunkur
⭕️shunkur kan imaar
⭕️imaay kan bataayi
⭕️bataay kan lubaay
⭕️lubaay kan maalik
⭕️maalik kan kuush
⭕️kuush kan haami
Yeroo itti aanu nu eegaa 📑📄📃📈📈📊📑📄📃📄📊📃📔📕📘📘📙🗂📂📋📋

Like share akka hin daganne
🖌🖌🖌🖌🖌🖌Galmee seenaa kutaa sadaffaa🖌🖌🖌🖌🖌🖌🖌
🖌🖌🖌🖌🖌🖌🖌
📖Haami kan nuuhii
📖nuuhi kan maalik
📖maalik kan matoshati
📖matooshan kan yahiti
📖yahati kan muhalal
📖muhalal kan akuni
📖akun kan anushi
📖anush kan shishiti
📖shishiin kan Aadam
📖Aadam kan biyyeeti
📖biyyee rabbiin dandeettii
Isaatiin uume

Kanaaf wontoota kana fakkaatan channel kana keessatti ni argattu channel keenya kana wol wojjiin taanee haa guddifnuu

🍎🍎🍎yeroo itti aanu hortee ilmaan Oromoo qabadhee isiniif dhiyaadha share add join akka gootan kabajaan isin gaafanna🍎🍎🍎
Horaa daraaraa bulaa
🍎🍎Akkam jirtu hordoftoota channel kanaa guyyaa hardhaa akkaataa waadaa isinii galleen kutaa itti aanu qabadhee isinii dhiyaadheera hanga dhumaatti dubbisuun namoota biros akka dhaqqabuuf channel keenna share akka gootan kabajaan isin gaafadha🍎🍎🍎🍎🍎🍎







🍎Oromoon ilmaan lama qaba

🍎Booranaafi
🍎Bareentuudha
Booranni ilmaan 12 qaba
1.wallagga
2.callabba
3.goree
4.Goofaa
5.sidaamoo
6.arsii
7.dacee
8.garrii
9.guraa
10.giriiraa
11.naayroobii
12.gujii





🍎🍎Bareentuun ilmaan 5 qaba🍎🍎
1.xuummungaa
2.murawwaa
3.karrayyuu
4.hunbanna
5.Qal,oo



Qophiin keenya kan hardhaa kana fakkaata yeroo itti aanuuf nu eegaa share gochuu akka hin daganne horaa bulaa🍎🍎🍎🍎
✏️✏️✏️✏️Akkam jirtu hordoftoota channel keenyaa yeroo darbe iddoo itti dhaabne irraa jalqabuuf deemna hanga xumura qophichaatti nu woliin turaa✏️✏️✏️✏️✏️✏️✏️
✏️XUMMUNGAAN ILMAAN SADI QABA



📝 1.ARSII
📝 2.ASOOSAA
📝 3.HAWAASAA


✏️MURAAWWAAN ILMA TOKKO QABA✏️

Innis➡️ITUUDHA JEDHAMA

➡️Ituun ijoollee kudhan qaba

➡️1.WAATEE
➡️2.GAAMO
➡️3.BAAYEE
➡️4.GALAAN
➡️5.ADDAYYO
➡️6.BAABBO
➡️7.WAARRE
➡️8.ALGAA
➡️9.GAADULLAA
➡️10.ELELLEE



↔️KARRAYYUUN BAREENTUU ILMAAN 12 QABA

➡️DULLACHA
➡️ABBICHUU
➡️GONBICHUU
➡️SAYYU
➡️OBOO
➡️OBORII
➡️JIILEE
➡️BULLAALLA
➡️MUCEE
➡️GALAAN
➡️SALAALE
➡️WALLO









➡️HUNBAANNAAN ILMAAN TOKKO QABA



➡️ANNIYYAA JEDHAMA




📶 itti fuufa nu eegaa channel keenya kana irratti yaada yoo qabaattan karaa kanaan nu argachuu dandeessu
HTML Embed Code:
2024/05/15 18:27:46
Back to Top