TG Telegram Group & Channel
JAAWAAR MUHAMMAD | United States America (US)
Create: Update:

🍎🍎Akkam jirtu hordoftoota channel kanaa guyyaa hardhaa akkaataa waadaa isinii galleen kutaa itti aanu qabadhee isinii dhiyaadheera hanga dhumaatti dubbisuun namoota biros akka dhaqqabuuf channel keenna share akka gootan kabajaan isin gaafadha🍎🍎🍎🍎🍎🍎

🍎Oromoon ilmaan lama qaba

🍎Booranaafi
🍎Bareentuudha
Booranni ilmaan 12 qaba
1.wallagga
2.callabba
3.goree
4.Goofaa
5.sidaamoo
6.arsii
7.dacee
8.garrii
9.guraa
10.giriiraa
11.naayroobii
12.gujii

🍎🍎Bareentuun ilmaan 5 qaba🍎🍎
1.xuummungaa
2.murawwaa
3.karrayyuu
4.hunbanna
5.Qal,oo

Qophiin keenya kan hardhaa kana fakkaata yeroo itti aanuuf nu eegaa share gochuu akka hin daganne horaa bulaa🍎🍎🍎🍎

>>Click here to continue<<

JAAWAAR MUHAMMAD

Share with your best friend
VIEW MORE

United States America Popular Telegram Group (US)