TG Telegram Group & Channel
Al-Rayyaan | United States America (US)
Create: Update:

Sagantaa Ifxaaraa guddicha Magaalaa Finfinneetti hardhaa geggeeffamu qophii isaa xumureera, kanas walqabatee daandiiwwan cufamanis ifoomaniiruu

#Islamic_Media :- Bitootessa 18/2016
Sagantaa Ifxaaraa guddichi kun guyyaa hardhaa Roobii  Addaabaayibayii Masqalaatatti qophaa’uuf qophii isaa hundaa xumureera. daandiiwwan cufamanis ifoomaniiru

Guyyaa har'aa daandiiwwan konkolaataa cufamanis sa’a 5:00 irraa eegaluun akka ta’e Poolisiin Finfinnee beeksiseera.

Bu’uura kanaanis
👉Daandiin 'Magganaanyaarraa gara Addaabaabayii Masqalaa geessu akkasumas gara mana amantaa ‘Qulqulluu Uraa’eel’.

👉‘Walloo safar’ irraa gara addaabaabayichaa-Olpiyaa.

👉Gootaraarraa gara Addaabaabayichaa.

 ‘Xoorhayiloch’ irraa gara Addaabaabayichaa.

👉 'Piyaasaarraa'   Daandii Charchilii hanga Addaabaabayichaa.

👉Akkasumas Kiiloo 4 irraa karaa Ministeera dhimma alaa hanga Addaabaabayichaattidha jedhameera.

Maddi:- Miidiyaalee irraa

#Marsaalee Kanneen nu hordofaa
#Yaadaa Keessanis nuuf gumaachaa

Facebook
    👉 https://www.facebook.com/profile.php?id=100083464706045

Telegram
    👉 hottg.com/ethioislamicmedia
   
>>Click here to continue<<

Al-Rayyaan

Share with your best friend
VIEW MORE

United States America Popular Telegram Group (US)