TG Telegram Group & Channel
Al-Rayyaan | United States America (US)
Create: Update:

Markazni Hifzii Qur’aanaa Wahdatu An-Nisaa’i kan Godina Halabaatti argamu raawwii karoora isaa ilaalchisuun sagantaa marii fi ifxaaraa geggeesse
...
#IslamicMedia: Bitoteessa 16/2016
...
Wiirtuun Hifzii Qur’aanaa Wahdatu An-Nisaa’i godina Halaabaa magaalaa Qullitoo keessatti dubartootaan hundeeffamee, dubartoonni qofti keessatti kan baratan yoo tahu, guyyaa hardhaa magaalaa Finfinnee galma Bilaalul Habash keessatti raawwii fi karoora hojii isaa ilaalchisuun sagantaa marii fi ifxaaraa geggeesse.

Waltajii kanarratti ulamoonni gurguddoon, ustaazonni, undeessitoonni markaza Hifzii Qur’aanaa Wahdatu An-Nisaa’i fi keessummoonni affeeraman kan argaman yoo tahu, hojii dhaabbtichaa fi imala hanga hardhaa keessa darbe, akkasumas karoora fuulduraaf qabate irratti mariin godhameera.

Wahdatu An-Nisaa’i markaza nannoo kibba ityoophiyaatti dubartootaan hundeeffama kan jalqabaa akka taheefi, dhaabbata kana jajjabeessuun itti gaafatamummaa hawaasa muslimaa hundaa tahuu qaba jedhameera.
...

Maddi:- Haaruun Miidiyaa

#Marsaalee Kanneen nu hordofaa
#Yaadaa Keessanis nuuf gumaachaa

Facebook
👉 https://www.facebook.com/profile.php?id=100083464706045

Telegram
👉 hottg.com/ethioislamicmedia

𝐈𝐒𝐋𝐀𝐌𝐈𝐂 𝐌𝐄𝐃𝐈𝐀

>>Click here to continue<<

Al-Rayyaan

Share with your best friend
VIEW MORE

United States America Popular Telegram Group (US)