TG Telegram Group Link
Channel: Kana Beektu Laata❔
Back to Bottom
Sakondiin miliyooniin 1 = guyyaa 11.5 .
Sakondiin biiliyoonni 1 = waggaa 32.
Sakondiin tiriliyoonni 1 = waggaa 31,546 .
@kanaBL
Namni tokko erga manguddoomeen booda waggaatti ulfaatinni #sammuu isaa giraamii tokkoon(1gm) hir'isaa deema.
Kanaafiis jedhama manguddootarratti dhukkuboonni mallattoo gara garaa fayyaa #Sammuun walqabatu baay'inaan muldhatuuf.
@KanaBL
@kanaBL
Gaalli daqiiqaa sadii keessatti bishaan hamma leetira 200 akka dhugu beektu laata?🙊🙊
Share and invite ur frnds
Join us @👇👇
@kanaBL
@kanaBL
Akkaawuntiilee #facebook Billiyoona tookkotti dhihaatu kan amma jiru keessaa kan Miliyoona 30 olitti dhihaatu kanneen namoota du'anii ta'uu beektuu😱
@kanaBL
@kanaBL
Mashaaleen ijaa maashaalee qaamaa namaa keessa jiran keessaa hedduu si'aawoo fi guyyaatti yoo xiqqaate marraa 100,000 ol sosochii godhu👁️
@kanaBL
@kanaBL
Yuuranus(Uranus) fi Neeptun irratti baayyinaan daayimendii akka roobu beektu laata?
@kanaBL
@kanaBL
Onneen teenya guyyaatti yeroo 101,000 dhahatti(dhikkisti).
Jiddu galeessaan bara jireenya keenyatti onneen teenya yeroo Biliyoona 3 ol dhikkifatti.
Akkasuma jiddu galeessan dhiiga hamma litira miliyoona 400 raabsiti💗💓.
@kanaBL
@kanaBL
Shinbirroon halkanii yeroo barristu(balaliitu) onneen isii daqiiqaa tokkotti hanga marraa 900 dhahatti🦇😱
Kan namaa hanga 120ti🤵😱
@kanaBL
@kanaBL
Yeroo amma hima kana dubbisaa jirtutti seelonni qaama keeti 50,000 ta’antu du’ee, seelota haarawaan bakka bu'a. 😱 🙊
@kanaBL
@kanaBL
@kanaBL
Qorannoon akka agarsiisutti sochiin qaama daqiiqaa 20 mif, torbaan keessaa guyyaa sadiif yoo hojjatte, gammachuun kee dhibbeentaa 10-20% siif dabala.😁😁
@kanaBL
@kanaBL
Onneen qaama irraa addaan yoo baate(muramte), hanga ooksijiniin isii keessa jiru dhumutti dhahhannaa ittuma fufti, sababni isaas humna elektirkii ofiif waan waan maddisiistuudha
@kanaBL
@kanaBL
​​Biqiltuun dacheen qabdu keessaa, dhibbeentaan 85% bishaan garbaa(Ocean) keessatti akka argaman beektu laataa?!!!🙊🙊
@kanaBL
@kanaBL
Chaayinaa keessatti barattoonni qormaata irratti nama biraa irraa dalagan ykn dalaysiisan mana murtii dhiyaatanii hanga waggaa 7 hidhamuu danda'u....😱😱

@KanaBL
@KanaBL
Oksijiinii gahaa nama tokkoof barbaachisaa ta'e dhiheeysuuf muka Torbaa(7) hanga Saddeet(8)titu isa barbaachisa🌳😱
@KanaBL
@KanaBL
​​​​Qaccineen(Saattawwan) guyyaa tokko (saati 24) keessatti, daqiiqaa 5-30 qofa akka raftu beektu laata?!!
Hiriyaa keessan afeeru hin dagatinaa!!🙏🙏.
Join us 👇👇
@kanaBL
@kanaBL
@kanaBL
Sammun ilmaa nama kan rafa jirtu garuu jechoota naannaawa ishetti dubbataman akkaa hubachuu dandessu beektu.
@kanaBL
@KanaBL
Biyyitii neezarland jedhamtu yeero tokko mana hidhaa 8 cuftee, sababnii isaas yakkamtoota gahaa wan hin qabnef jedhamee.
Jion godha hiriyyota kessanifis invite godha 👇👇👇
@kanaBL
@kanaBL
Biyyaa inglandii keessatti yaali of ajjesuu goote yoo sif hin milka'iin seeran alaa kan tahee fi du'aan kan namaa adabsisuu tahuu beektu.
Jion godhaa hiriyoota keessan afeera👇👇👇
@kanaBL
@kanaBL
HTML Embed Code:
2024/05/02 06:26:51
Back to Top