TG Telegram Group Link
Channel: Kana Beektu Laata❔
Back to Bottom
Gaafa dhalattu nama umriin addunyaarraa xiqqaa tahun, yeroo takka riikoordii addunyaa qabatte turte 😁😁😱
Join us 👇👇👇
@kanaBL
@kanaBL
Elvita Adams bara 1979 A.L.A Gamo Empire state building foqi 86ffa irra of darbudhaan lubuu ishee baasu yaltus bubbeen guddaan dhufe gara foqii 85fa dhibe ishee deebisuudhan lubbuu ishee olche jira...
Elementoota haaraya afuriif maqaa fi iddaa-bu'en qubee dha keennameef, isaanis: Nihonium(Nh), Moscoviem(Mc), Tennessine(Ts), fi Oganesson(Og)
Join us for more 👇👇👇👇👇
@kanaBL
@kanaBL
@kanaBL
Yaada yoo qabaattan ykn waantota foyyessuu qabnu @Abde_AS fi @kaleab90 fayyadamuun nun gahuu ni dandeessu!
SHare fi invite gochuun nu gargaaraa!! Join us 👇👇👇👇
@kanaBL
@kanaBL
@kanaBL
Namni lammii Afghanistan ta'e tokko silkiin Nokia kisha shamiizi isaa keessa turte rasaasa gara isaatti dhukaafame irraa olchitee turte...😱😱😱😱
Join us @KanaBL
Join us @KanaBL
Join us @KanaBL
Kana Beektu laata?
Tiraafika yeroo Jalqabaa kan Itiyoophiyaa kan ture = Gizaachew Amaaree jedhama
Dherinnii isaa Meetiraa 2 ol turee
Kana Beektu laata?
Bara 1918 Strasbourg tti weerarri Dance (sirba) kahee turee Namoonni 400 osoo addaan hin kutiin Ji'a 1 ergaa sirbanii booda dadhabbii onneetin duhaanii dhumaan
​​Biraaziil keessa gosa Aaroo(saaphaphuu) yoo nama ciniinte summiin isiidhaa, qaamni saala dhiiraa sa'aatotaf akka dhaabbatu godhu(taasisu) isiidhaa beektu laata?!!!👃🤣🙈
Hub: Laala fi dhukkubbii cimaa dabalateeti!!
Join us 👇👇
👉👉 @kanaBL
👉👉 @kanaBL
👉👉 @kanaBL
Daqiiqaa lama qofa kessatti, nuti suuraawwan(photo) dhalli namaa waliigalaan jaarraa 19 keessa kahani turan caaluu kaana🙈😁😁
Join us 👇👇👇👇👇
@kanaBL
@kanaBL
@kanaBL
Kana Beektu laata?
Biyyaa indooneezhiyaa keessatti ummatni ''Toraja'' Maatii isaanii jala duhaan waggaatti altokko Bolla keessa Baasuun uffata jarri yeroo lubbuun jiraan jaalaxtan uffachisuun wajjiin Bashannanuu 😱
@kanaBL
@kanaBL
Kana Beektu laata?
1980 keessa Joorj namichi jedhamu dhukuba OCD kan qabu of ajjeesuudhaaf jedhee rasaasa sammuu isaatti gadhiise
Rasaasattin sammuu Joorj balleessuu dhiistee Qorichaa tateef waggaa 5n booda Joorj straight A fiduun Barataa kolleejjii cimaa tahee.
Namichi lammi Kuwait ta'e kun jaalalleen isaa duraanii hogguu isaan adda baatu Dhalaan si herumtu hin jirtu jatteeni turte...innis guyyaa tokkootti dhalaa afur fuudhuun deebii ishiif laate jira 😱😱
Sri lanka keessatti namni Arba ajjeese, du'aan akka adabamu beektu laata!??👨‍✈️
Join us 👇
@kanaBL 👈👈
@kanaBL 👈👈
​​Miseensa polisii Afrikaa kibbaa kan ture Anderi Stander, namni jedhamu bara 1977-1980 A.L.A jidduu baankota shororkeessaa ture. Yeroo laaqanaaf hojii irraa bahu baankii saamuun(hatuun), waaree booda qorataa yakkichaa tahun hojiitti deebi’a ture.😂😂😂
@kanaBL
@kanaBL
Ummanni Kooriyaa kaaba waxabajjii 8 fi sadasaa 17 guyyaa dhaloota isaanii kabajachuu hin dandahan, sababnii isaas guyyaan kun guyyaa Kim II-sung fi Kim Jong-il itti du’ani waan taheefi dha walduraa duubaan.😱😱😚
Join us 👇👇
@kanaBL
@kanaBL
Saaykolojjistoonni akka jedhanitti, sababni halluun teessoo xiyyaaraa hundi cuquliisa taheef halluun kun cinqii fi sodaa waan hir’isufi jedhu.
Join us 👇👇
@kanaBL
@kanaBL
INTERNEETA FI BIYYA CHAAYINAA.
Bara 2015 dura
))))))**((((((
* Bara 2015 tti Namooni biyya chaayyinatti Intarneeti fayyadaman ummata America harka lamaan walqixa.

Biyyatiitti Namoota mil 640 oltuu Interneti fayyadama.

*Biyyii chaayinaa iddoo yaala namoota haraaraa fayyadama interneeti(Internet addiction) qabanif qophaahe qabdi.

Namoota biyya chaayinaatti Internet fayyadaman harki 80% dargaggoota umrii 10-40 jidduuti.

Jiddu galeesaan biyya chaayinatti kaardii mobaayila itti fayyadama interneetiif guutamu ji'aan 800$ million (Qr. 42,400,000,000) yoomu tahu Secondii tokkotti ammoo $300 (Qr. 15,900) dha.
HTML Embed Code:
2024/05/17 05:51:11
Back to Top