✍️ Wantoonni kan galma gahan... hanga abjuu keetiitiin osoo hin taane.. hanga ati galma sanitti gahuudhaaf irratti hojjatteen..
kanaafuu furtuun gammachuu abjuu gaarii qabaachuudha... furtuun milkaayinnaa abjuu qabdu sanarratti gatii barbaachisu hundaa kafaltee hojjachuudha....!!
👇
https://hottg.com/Jechootahayyoota
>>Click here to continue<<
