TG Telegram Group & Channel
Gaarii yaadi | United States America (US)
Create: Update:

Adunyaan tun wa sadiin dhabamuu ykn baduu Dandeessi.

1ffaa:- Meeshale Nuklaraa(Nuclear Weapons)
Fknf: silaa waraanni adunyaa 2ffaa Nuklariin godhame har'a adunyaan tun hin jirtu ture.

2ffaa:- Dhukkuba akka tasa uumamu
Fknf: dhibee Akka Ebolaa, Hypothesis B, Cholera fi.kkf otuu qorichi isaa argamu baate aduunya kana guutu Yeroo gababaa keessatti fixa ture dhukuboonni akkana yoo uumame aduunyaan kun dhabamu dandeessi.

3ffaa:- Hogganaa(Mooti) Hamaa(Gadhee)
Siriyaan Fakeenya guddaa nuf ta'uu dandeessi Motii biyya sana faydaa dhunfaa isaaf Angoo irraa turuuf lubbuu namoota miliyonaan lakkawamu balleesse kanis biyyaa baqachiise gutumaan gututti Biyya diige, kanaafu Biyyi keenya Rakkoo akkana keessa akka hin buuneef, Namoota faydaa dhunfaa isaatif deemu fi Nama siirrii addaan baafachuun gaariidha. Nama karaa deemu hunda jala hiriirree Wal barjaajjeessu otuu hin ta'in Ummanni Biyyatti Hundi Miira tasgabbiitiin otuu hin jarjariin of-dhageefachaa, wal dhageefachaa deemuun bayyee barbaachisadha.
🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌
@Humnagaariiyaduu

>>Click here to continue<<

Gaarii yaadi

Share with your best friend
VIEW MORE

United States America Popular Telegram Group (US)