#ERGA_GUYYAA_HAR'A
•Yaada kee irratti hojjedhu!
Yaada kee toʼachuuf yaali.
Amaloota summii kee adda baafadhu!
•Beekumsi humna!
Guyyaa guyyaan waan haaraa baradhu. Namoonni si too'achuu fi to'achuu kan danda'an yoo wallaalte qofa!
•Dhimma mataa keetii fi fedha kee namootatti hin himin!
Jireenyi dhuunfaa jireenya nagaati!!
Join ❤️
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
>>Click here to continue<<