#Yaa_Doktar! #Galatoomaa!
Mana diigame, Mana dhimmisu, Mana harka dhaddee seene ,Waggaa sadi wajjiin rakkachuun laaftuu miti. Rakkoo ummatni hin argine hedduudha kan isin dhandhamtan.
Tokkummaa Islaamaa Eeguuf hanga tuffii bira dabree harkaan rukutamutti.
Obsa, Namummaa, Eenyummaa fi Ejjannoo nu barsiiftanii jirtu!
Har'as Angoo mi'ooftuu fi guddoo tana dabarsitanii ummata islaamaaf Amaanaa ofirraa galchitan!
Galata keessan jechi hanqisus harki RAHMAAN isiniif haa kafalu!
Isin Gaaddisa keenya, Gaara Obsaati, Galaana beekkumsaati, Fakkeenya dhalootaati!
Umriin haa Atootu
Diinni keessan haa hadoodu!
🌺ʝσιи🌺
@alrayyanmultimedia
@alrayyanmultimedia
>>Click here to continue<<
