Shuumii Itaamaajora Raayyaa Ittisa Biyyaa kan turan Janaraal Sa'aare Mokonniin fi Mejar Janaraal Gazaa'i Abarraa ajjeesuun mana murtiitti 'balleessaa' kan jedhame Kumalaa Masaafint Xigaabuu du'aan akka adabamu Abbaan Alangaa Waliigalaa Federaalaa gaafate.
@abdataa3
>>Click here to continue<<