TG Telegram Group & Channel
Umar Sabaa 🕊 | United States America (US)
Create: Update:

(Inbox)
======
Guyyaa kaleessaa kampii waraana kan magaalaa shawaa roobii keessaa reenfumallee taatu yoo arganne jennee barbaada oole!garuu wamaa argachuu hin dandeenye,gara Shola Meda,tis dhaqnee raayyaa ittisaa biyya waliin barbaada ooleetuma galle!maatii dhengaddaa ijoolleen isaanii harka faannoo buute!qaamni mootummaa reenfalle taatu barbaade maatiif kennuu qaba!maatiin reenfa yoo argates awwaalatee irraa sabbaruu dandaha!🥺💔🙏
-Telegram;-https://hottg.com/Voiceofvoiceless3

>>Click here to continue<<

Umar Sabaa 🕊

Share with your best friend
VIEW MORE

United States America Popular Telegram Group (US)