TG Telegram Group & Channel
Umar Sabaa 🕊 | United States America (US)
Create: Update:

Guyyaa boruu wallootti hiriiratu waamamaa jira jedhan,hiriirri kunis deeggarsaa raayyaa ittisaa biyyaatiifi kan bahamuudha!dhaamsi ani ummata keenyaf qabu carraa argatan kamittu fayyadamaa tokkummaan sagalee keessaan dhageessifadhaa!hiriira kanarratti guutuumaan guutuutti hojii seera kabachiisuu RIB,n humnoota shororkeessitoota naannoo amaaraa irratti gaggeessa jiru akka deeggartan ibsaafi!

Itti aansee immoo ummata keenya badii tokko malee mana hidhaatti waggaa tokko hanga lamaatti dararamaa jiraniifis sagalee keessaan dhageessisaa!kan biran immoo ijoollee keenya osoo imalarra jiranii konkolaata irra buusanii faannoon rashanaman sanas reenfi isaanilleen taatu maatiif akka kennamuuf gaafadhaa!

Inni dhumaa immoo humnoonni naannoo amaaraa faannoo,milishaafi liyuu haayilii dabalatee hundi isaanii shororkeessitoota akka tahaniifi warra biyya diigaa jiru akka tahan saglee keessaan ol fuudha waloodhan qaama mootummaatti hima!akkasuma oromoon walloo kana booda naannoo amaaraa jalas akka hin bulle gadi jabeessaa tokkummaadhan ifatti carraan kanaan ibsaafi!lana booda gateetii shifta naannoo amaaraa ittiin baadhannu hin qabnu!✍️hiriirri kuni ummata keenyaf dhimma lubbuuti malee kan siyaasaa(politica) wahiitiif bahamuu miti!galatooma!🙏💔
Telegram;-https://hottg.com/Voiceofvoiceless3

>>Click here to continue<<

Umar Sabaa 🕊

Share with your best friend
VIEW MORE

United States America Popular Telegram Group (US)