Guyyaa arraa salaata jummaa booda guutuu oromiyaa keysatti hiriirri deeggarsa majliisa fedaraalaa bahe jira. Hiriira kana irratti Aayyoo adaree tana dabalatee muslimni hedduun hirmaatani jiran. Warra maqaa biraatiin if yaamu male muslimni hiriira kana bahee jira.
#Media @Riyaduljanna
>>Click here to continue<<
