Oduu dinqisiisaa
Namni kun lammii paakistaani wantoota ciccimoo hojjjachuun beekama. maqaan isaa Abraar Hasan jedhama. biyya Jarman irraa ka'ee motoora isaa tanaan fageenya kiloomeetira kuma sagal (9000km) deemuun guyyoota 50 keessatti biyyoota 5 qaxxaammuruun Saudi Arabiyaa Makkah seenee jira.
Rabbumatu laaffiseef!
Odeeffannoo islaamaa saffisaan arkachuuf👇
#Media @Riyaduljanna hordofi.
>>Click here to continue<<
