TG Telegram Group & Channel
Media Riyaadul Jannaa (MRJ) | United States America (US)
Create: Update:

Way sijaaraan lafa guutte😃

Muhaadaraa sambata kalee magaalaa Qullubbitti godhamte irratti Dr Sheek Muusaa Su'aalaa ummata fi sijaaraan akka wal dhiisan godhani jiran. Ummata yeroo dheertu sijaaraa xuuxee sijaaraaniis dhiiga isaan xuuxxe hunda hafuura baafadha ja'aniin. Dhiiroo cinaan tokko arra akkami jiran. Ummanni sijaaraa xuuxu kun lubbuu hin beeku bar yoo Rabbumman adda eege male 😃 oduu warra sijaaraa tana bifa bareeddun isinitti hime ja'eetin abdadha.

#Media @Riyaduljanna

>>Click here to continue<<

Media Riyaadul Jannaa (MRJ)

Share with your best friend
VIEW MORE

United States America Popular Telegram Group (US)