Raachi boollaa keessa teesse gaafa samii ol ilaaltu.... bal'inni samii hamma isheen ilaaltu san qofa itti fakkata.
Guyyaa itti yaada kan dhuunfaa keenyaa qofa leellisnuufi faarsinu qofa osoo hin taane... yaada namaas itti dhageenyu fi ilaallu nuuf haa tahu.🙏
#Share
@Miiju
>>Click here to continue<<