TG Telegram Group & Channel
𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ?? | United States America (US)
Create: Update:

Garri deemtu akka si harkaa hin badne,bakka irraa kaate yaadachaa socho’i.

ila
Biyya ufiiti jechuun,kutaa lafaatii mitii beeki,ummata ufiiti jechuun garee waliigaltee qabnuun jechuu mitii beeki,beekkumsa jechuun harcoo kararraa funaanne jechuu mitii beeki.

Jaaloo
Biyyaaf jiraachuu keessa,du’atu jiraa hubadhu,namaaf jiraachuu keessa,tuffatamutu jiraa daawwadhu,ija ufii namaa kennanii,akka ijji namaa hin dhaamne gochuu dandahuun carroomuudhaa,obsaan imala kee xumuri.

Obbolaa
Waan irratti kaadhimamte jaalladhu,waan Rabbi sitti laaffise hojjadhu,waan Rabbiifi namaaf tolu laallachaa raawwadhu.

Namana
Ulfaatini hojii keetii xinnoon,ulfaatina dubbii keetii caalaa beeki.

Hey
“Actions Speak Louder than Words” jedhan jarri keenna.

>>Click here to continue<<

𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??

Share with your best friend
VIEW MORE

United States America Popular Telegram Group (US)