TG Telegram Group & Channel
KENNAA | United States America (US)
Create: Update:

Dhaamsa obbolummaa
-------- ----------
Nama dogongora namaatti qoosu yeroon arge isa balleyse caala isa qoosuufin rifadha.

Ta rabbitti balleysan towbaa qabdi, tan namatti balleysan garuu towbaa gochuun alatti abbaa itti balleysine san dhiifama gaafachuutti haajamti.

Yeroo badii namaa argitee lubbuun tee nama san tuffachuu si barbaadde, anis rabbumatu na sattare malee badii kana caalu hedduun qaba tahuu yaadachuun dirqama.

Yeroon an waa balleyse namni natti qoosuun akkuma na aarsee xiiqiitti na galchu namni biraas akkasitti yaadaa wanti ja'u nu keessa jiraachuun gaarii dha.

Namni tokko tokko yeroo aare waan waggaa 10 jaare daqiiqaa 10 keessatti diiga, nuti nama diigmaya san gargaaru yoo taane jecha rabbii kana akkam godhuuf deemna?!

{فَبِما رَحمَةٍ مِنَ اللَّهِ لِنتَ لَهُم وَلَو كُنتَ فَظًّا غَليظَ القَلبِ لَانفَضّوا مِن حَولِكَ فَاعفُ عَنهُم وَاستَغفِر لَهُم وَشاوِرهُم فِي الأَمرِ فَإِذا عَزَمتَ فَتَوَكَّل عَلَى اللَّهِ إِنَّ اللَّهَ يُحِبُّ المُتَوَكِّلينَ}

(Yaa Muhammad!) rahmata Rabbi irraa ta’een isaaniif laafte, Odoo ati nama haala gadheefi qalbii gogaa taatee silaa si biraa faca’u. Irra isaaniif darbi; isaaniifis araarama kadhu; dhimmoota (adda addaa) irrattis isaan mari’achiisiYeroo murattes Rabbirratti hirkadhuDhugumatti, Rabbiin warra (Isa) irratti hirkatan ni jaalata.
[آل عمران - آية ١٥٩]

Ergamaa rabbii gaarii saniin eega rabbiin laafi ja'ee anaaf ati hoo maal gaafatta.
Ergamaa rabbii jalaahuu faca'uun isaanii yoo khan malu tahe maaf dhaamsi khee fuudhamuu dhabuun akkanatti nu aarsa?!

Muaz Nazif

@Kennaapost @Kennaapost

hottg.com/Kennaapost

>>Click here to continue<<

KENNAA

Share with your best friend
VIEW MORE

United States America Popular Telegram Group (US)