TG Telegram Group & Channel
KENNAA | United States America (US)
Create: Update:

✍️WAA AFUR DURSII HUBADHU ‼️
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
👉1: Jireenya Booda Duuti Akka Jirtu
👉2: Qabeenya Booda Dhabuun Akka Jirtu
👉3: Dargaggummaa Booda Dullumti Akka Jirtu
👉4: Gabrummaa Booda Bilisummaan Akka Jirtu
✍️Waan Afur Hin Jaalatin!!!
•••••••••••••••••••••••••••••••••••
👉1: Dubbii Dharaa Odeessuu
👉2:Osoo Hin Argin Dharaan Murteessuu
👉3: Iccitii Tee Nama Hundatti Himachuu
👉4: Namaa Gaditti Xiqqaattee Salphattee Jiraachuu

✍️Wantoota Afuran kana Akkaan Ifirraa Eegi !!!
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
👉1:Hin Jarjarin Dura Duutaa
👉2: Hin Boonin Hiree Dhabdaa
👉3: Hin Aarin Daftee Dulloomtaa
👉4: Hin Kijibin Ni Jibbamtaa

✔️Yaa Rabbii keenya waan badduu hunda nurraa qabii waan toltuu taate hunda nutti Qabi.

✔️Waan dubbistaniif galatoomaa

🤝Hiriyyoota keef hiruu hin dagatin!

✔️🕥Gαℓαтσσмαα ‼️
Υєʀσσ Gααʀιι

sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ

@Kennaapost @Kennaapost

hottg.com/Kennaapost

>>Click here to continue<<

KENNAA

Share with your best friend
VIEW MORE

United States America Popular Telegram Group (US)