🔑Galataa fi Dinqisiifannaa.
✨Dhugumatti humni galata caalu lafarra hin jiru.
✨Galteeffannaan miira gadhee biroo hunda yeroo sanatti ni cufa .
✨Nama biraa irraa homaa hin fudhatu, garuu humna guddaa siif kenna.
✨Namoota ati galateeffattu osoo hin taane. Namoonni gammadan kan galateeffataniidha.
━━━━━━━━━━━
>>Click here to continue<<