ማስታወቅያ
ለ ጅማ ዩንቨርስቲ የተመራቂ ተማሪ ተወካዮች (GC class representatives) በ 23/8/2017 ማለትም ነገ ሐሙስ ከጠዋቱ 4:00 ሰለ መመረቅያ ሪቫን እና ባይንደር በተመለከተ ስብሰባ ስላለን በተማሪ ህብረት ቢሮ ቁጥር 109 እንድትገኙ
Beeksisa
Yunivarsiitii Jimmaatti bakka bu'oota kutaa barnootaa barattoota eebbifamoo bara kanaa maraaf,
Guyyaa boruu ganama sa'aatii 4:00 irratti dhimma Riivaaniifi Baayindarii irratti isin waliin mari'achuu waan barbaannuuf biiroo Gamtaa Barattoota Yunivarsiitii Jimmaa lakkoofsa 109 tti akka argamtan kabajaan isin beeksifna.
Announcement
For Jimma University graduating class representatives. There will be a meeting tomorrow Thursday August 23 2017 at 4:00 Lt, regarding graduation Rivane and Binders attend the meeting in the Student Union office room number 109.
>>Click here to continue<<