TG Telegram Group & Channel
Mammaaksaa fi Jechamoota. | United States America (US)
Create: Update:

Namoonni heddu, erga milkaa’anii booda, gorsaa fi jechoota kaka’umsaatiin nama biroo dammaqsuuf yaalu, garuu hordoffii cimaa boodas bu'aan yaadame argamu dhabuu mala, maaliif sitti fakkaata.
Anonymous Poll
A: Milkaa’inni namuufu adda; mala tokko qofaan hin mirkanaa’u. Haa tayuu gorsa fi kaka’umsi gaaruma.
B: Ergaa milkaawani dhageetti waan qabaniif waanuma itti fakkaate dubbatu male waan addaa hin agarre
C: Lakkii, icciitii milkaa’anii dhoksanii, waanuma namuu beeku akka haaraattii miidhagsanii dubbatu.
382 votes
👍5012👌5🔥1


>>Click here to continue<<

Mammaaksaa fi Jechamoota.




Share with your best friend
VIEW MORE

United States America Popular Telegram Group (US)