TG Telegram Group & Channel
Mammaaksaa fi Jechamoota. | United States America (US)
Create: Update:

Mucaan haati sooressa tokko haati isaa, ollaan isaanii hiyyeeyyii tahan akka ishiif soogidda xiqqoo tokko liqeessan gaafachuu ishee dhaga’e. Erga gara manaatti deebi’ani booda akkana jedheen:

Mucaa: "Aayyoo, kaleessa qofa soogidda ji'a guutuu nuuf gahuu danda'u bitte turte. Maaliif olloota keenya hiyyeeyyii irraa soogidda gaafatta ree?"

Haadha: "Dhaga’i, mucaa koo! Sababni isaan hiyyeeyyiidha waan ta’aniif yeroo baay’ee waan isaan barbaachisu nu gaafachuuf nu bira dhufu. Ani garuu waan muraasa, gatii xiqqaa qabu akka soogidda xiqqoo gaafadhe. Kuni waan isaan salphatti rakkina tokko malee nuuf liqeessuu danda’aniidha. Akkasumas, kun nutis yeroo haajamnu isaanitti akka deemnu; isaanis yeroo isaan barbaadanitti salphatti nu gaafachuu akka danda’an isaanitti agarsiisuufi." Jetteen.

📚 @jechama

96👍48🔥4👌4👏2

>>Click here to continue<<

Mammaaksaa fi Jechamoota.

Share with your best friend
VIEW MORE

United States America Popular Telegram Group (US)