TG Telegram Group & Channel
Imalli Koo Galma Qaba | United States America (US)
Create: Update:

#Ilaame_Qaalii_Koo ..!

Ati obboleettiin koo waan Rabbiin itti si ajaje raawwachuuf bineensa waliin kan ati waldhaansoo walqabdu ilaalaan cal'ise. Osoo an obboleessi kee jiruu kabaja kee sirraa mulqanii qaama kee qullaa deemi siin jechuun isaanii dadhabina kee osoo hin taane dadhabina kooti. Dirqama koon dagadhe. Ati kabaja dhabuun ani kabaja dhabuudha, ani salphachuudha, si xiqqeessuun ana xiqqeessuudha, si doorsisuun ana doorsisuudha.

Garuu ani dammaquu hin dandenye. Waanan gochuu qabu hin goone, itti gaafatamummaa koo hin ba'anne, amaanaa ulfaataa natti kenname sana sirriitti kunuunsuu dhiiseen nyaadhe. Eeyyeen amaanaan nyaadhe.

🌺Join Share 🌺
https://hottg.com/Imaluuf/

>>Click here to continue<<

Imalli Koo Galma Qaba

Share with your best friend
VIEW MORE

United States America Popular Telegram Group (US)