TG Telegram Group & Channel
ኑ አሻራችንን እንጣል የ ሀዋስ መሰናዶ .ት/ቤት ሙ.ተ. ጀመዓ (koottaa ashaaraa keenyaa haa keennuu) | United States America (US)
Create: Update:

Eebba Kitaabaa
“Barbaachisummaa Islaamaa”

Akkuma mata duree gubbatti ibsuuf yaalame kitaabni mata dureen isaa Barbaachisummaa Islaamaa jedhu kan obboleessa keenna Sultan Deksiso Chiri barraahe, gaafa guyyaa 01/08/2015 ganama sa’aatii 2:30 irraa eegalee hanga sa’aatii 6:00 tti magaalaa Adaamaa galma sinimaa Olyaaditti bakka ulmaa’ii, immaamman masjiidotaa, hayyoota, qarreefi qeerroon magaalaa Adaamaa akkasumas keessummoonni kabajaa jiranitti ni eebbifama.
Kanaafuu isinis irratti argamuun akka nu cinaa dhaabbattan waamicha obbolummaa isiniif gooneerra.
Koree sagantaa eebba kitaaba Barbaachisummaa Islaamummaa irraa

>>Click here to continue<<

ኑ አሻራችንን እንጣል የ ሀዋስ መሰናዶ .ት/ቤት ሙ.ተ. ጀመዓ (koottaa ashaaraa keenyaa haa keennuu)

Share with your best friend
VIEW MORE

United States America Popular Telegram Group (US)