💒 Misbaakii Sanbata boruu💒
Faar 146(147):12
Ni galateeffatti Iyyarusaaleem Waaqayyoon.
Galateeffadhu Gooftaakee Tsiyoon.
Jabeesseeraatii danqaraa karra/balbala keellawwan keetii.
መዝ 146(147):12
ትሴብሖ ኢየሩሳሌም ለእግዚአብሔር።
ወሰብሒዮ ለአምላክኪ ጽዮን።
እስመ አፅንዓ መናሥግተ ኆኃትኪ።
✍ Ergaawwan Dubbifaman
Gal 4:21
1Phex 2:1-9
Hoji. Erg 5:17-29
Luq 2:42
✍️ Sirna Galatoo👉 Kan Diyoosqoroos
Kutaa B/H/K/M Yaa'ii Mooraa Mooraa Guddichaafi Kollejjiiwwanii (X/Sillaaseetiin)
Gurraandhala 16/2016 B.A
JIMMAA
https://hottg.com/DooniiNoh
>>Click here to continue<<