💒 Misbaakii Sanbata Boruu💒
✍Faar 88(89):8
Waaqayyo kabajamaadha Yaa'ii qulqullootan
Guddaafi dinqiidha warra naannoo isaa jiran hundumaarratti
Yaa Waaqayyo gooftaa maccaa kan akka kee eenyuree?
መዝ 88(89):8
እግዚአብሔር ስቡሕ በ ምክረ ቅዱሳን
ዐብይ ወግሩም ድበ ኩሎሙ እለ ዐውዱ
እግዚኦ አምላከ ኀያላን መኑ ከማከ
✝Ergaawwan Dubbifaman✝
Ibro 12:12-22
2 Phex 1:19
Hojii Erg 7:20-35
Yoh 10:34
✍Sirna Galatoo 👉 kan Qulqulluu Diyoosqoroos
✍Kan hiike: Kutaa Barreeffamaafii Hiik-Kuus-Miidiyaa Yaa'ii Mooraa Mooraa Guddichaafi Kollejjiowwanii (X/Sillaasee)
Gurraandhala 09/2016 B.A
https://hottg.com/DooniiNoh
>>Click here to continue<<