✝Misbaakii Sanbataa✝
"Akkuma dhageenyetti akksumatti agarre.
Mandara Gooftaa maccaatti mandara Waaqa keenyaatti.
Waaqayyoo ni jabeesse bara baraani."
Faar. 47(48):8
"በከመ ሰማዕነ ከማሁ ርዕኒ
በሀገረ እግዚዕ ኃያላን በሀገረ አምላክነ
እግዚአብሔር ሣራራ ለዓለም" መዝ 47(48:8)
✍ Ergaawwan dubbifaman:
Rom 1:1-13
1Phex 1:13-22
Hojii Erga 19:1-11
Luq 2:36-42
✍Sirna Galatoo👉 Kan Qulqulluu Diyoosqoroos
Waldaa Sillaasee wiirtuu Jimmaatti Kutaa Barreeffamaaf Hiik-Kuus-Miidiyaa Yaa'ii Mooraa Mooraa Guddichaafi Koollejjiiwwanii(X/Sillaasee)
https://hottg.com/DooniiNoh
>>Click here to continue<<