TG Telegram Group & Channel
🗝 ALMIFTAH TUBE 🔊 | United States America (US)
Create: Update:

Jedha Robert Mugabe.🙄
"
Sirni barnoota Ardii Afrikaa kun nama dhiba.😵
Fakkeenyaaf.🤥
👉Baratootni qabxii olaanaa(1ffaa) galmeesisan Injiineraa fi
Medisiinii baratu.

👉Baratootni qabxii itti aanu(2ffaa) galmeesisan Seeraa fi
Manajimentii baratanii warra qabxii olaanaa(1ffaa) to'atu.

👉 Baratootni qabxii gad aanaa(3ffaa) galmeesisan siyaasa
geggeessuun warraa sadarkaa 1ffaa fi 2ffaa waliti qabanii
bulchu.

👉Baratootni kufan immoo poolisii fi Raayyaa ittisaa leenji'uun
warraa 1ffaa - 3ffaa qabxii galmeesisan ol aantummaan to'atu.
Yoo barbaadan :- ni tumu
Yoo barbaadan:- ni hidhu
Yoo barbaadan:- qaama hir'isu
Yoo barbaadanimmoo:- ni ajje*esu

Kan baay'ee nama dhibummoo warri kutaa tokkoyyuu hin
seenne Qaalluu fi Xonqaayii ta'uun hordoftoota hedduu
horachuun hojjechaa jiru."🦵

Robert Mugaabetu jedhe...🤙

>>Click here to continue<<

🗝 ALMIFTAH TUBE 🔊

Share with your best friend
VIEW MORE

United States America Popular Telegram Group (US)