Warning: mkdir(): No space left on device in /var/www/hottg/post.php on line 59

Warning: file_put_contents(aCache/aDaily/2024-05-23/post/ABDII_SABAA1/--): Failed to open stream: No such file or directory in /var/www/hottg/post.php on line 72

Notice: file_put_contents(): Write of 3147 bytes failed with errno=28 No space left on device in /var/www/hottg/function.php on line 109
Sammuu namtolcheen (AI) yeroo jalqabaaf xiyyaara waraanaa balaliise. @ABDII SABAA
TG Telegram Group & Channel
ABDII SABAA | United States America (US)
Create: Update:

Sammuu namtolcheen (AI) yeroo jalqabaaf xiyyaara waraanaa balaliise.

sammuu namtolchee guddachaa kan jiru yoo ta’u, amma balaliistota xiyyaara waraanaa bakka buusuuf yaaliin godhamaa jira.

Humni Qilleensaa Ameerikaa balalii yaalii xiyyaara waraanaa AI gaggeesse.

Hanga ammaatti teknooloojiin kun gargaarsa namaa malee ofuma isaatiin balalii yaalii 20 kan taasise yoo ta'u, ogeeyyiin hedduun qorannoo kana hordofuun balaaleffataniiru.

APn ogeeyyii AI wabeeffachuun AI xiyyaara waraanaa akka balali'u hayyamuun of eeggannoo akka barbaadu ibseera.

Boombii fi meeshaalee waraanaa biroo AI'f kennuunis akka tasaa bakka namoonni itti baay'atanitti boombii darbachuu fi namoonni miidhamuu akka danda'an ogeeyyiin kun akeekkachiisaniiru.

Humni Qilleensaa Ameerikaa yaalii kana gaggeesse balalii xiyyaara waraanaa AIn gargaaramtu yaaliin akka itti fufu beeksiseera.

Qormaanni balalii kun keessumaa naannoowwan dhala namaatiif balaa qaba jedhamee fudhatamu haleeluu, fi haleellaa mudaa hin qabne raawwachuuf akka fayyadu beeksiseera.

Dhaabbileen addunyaa hedduun sammuu namtolchee bal'inaan fayyadamaa kan jiran yoo ta'u, ogeeyyiin garuu teeknooloojii kana irratti to'annoo cimaa akka qabaatan gaafachaa jiru.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA1 📡

ABDII SABAA
Photo

>>Click here to continue<<

ABDII SABAA

Share with your best friend
VIEW MORE

United States America Popular Telegram Group (US)

Warning: Undefined array key 3 in /var/www/hottg/function.php on line 115

Notice: file_put_contents(): Write of 115739 bytes failed with errno=28 No space left on device in /var/www/hottg/function.php on line 109