TG Telegram Group & Channel
ABDII SABAA | United States America (US)
Create: Update:

Lammiilee Iraan gammachuu ibsuuf daanditti bahan.

Iraan akkuma dhaadataa turtee Dilbata barii haleellaa danuu Israa’elitti raawwatteetti.

Haleellaan haaloo bahuu kuni eega Israa’el haleellaa Sooriyaatti raawwatteen qondaalota waraanaa Iraan ajjeeftee booda eegamaa ture.

Biyyoonni lamaan waggoota dheeraaf diina walii ta’anis kallattiin walitti bu’iinsa keessa yoo seenan kuni yeroo duraatiifi.

Israa’eliifi michoonnishee misaa’eliifi diroonii 300 ol Iraan dhukaaste dhahanii lafa buusuu ibsaniiru.

Iraan garuu haleellaan raawwatte ‘’kaayyoo isaa hunda galma gaheera’’ jechuun ibsite.

Madda:- BBC

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA1 📡

>>Click here to continue<<

ABDII SABAA

Share with your best friend
VIEW MORE

United States America Popular Telegram Group (US)