TG Telegram Group & Channel
ABDII SABAA | United States America (US)
Create: Update:

Iraan yoo Israa'el haaloo baate haleellaa guddaatu eeggata jechuun akeekkachiifte

Iraan Dilbata har'aa Israa'elitti akeekkachiisa ergite.

Akkas jette Iraan, haleellaa kanaan dura ta'ee hin beekne daangaa Israa'el keessatti raawwanneef deebii kennuu hin qabdu.

Yoo kan deebii kennuuf yaaltu ta'e, tarkaanfiin itti aanu kana caalaa cimaa ta'a.

I/Gaafatamaan waajjira Ajajaa waraanaa Iraan M/J Mohaammad Baagerii miidiyaa mootummaa biyyattiif Israa’el yoo deebii kennite deebiin Iraan kan barii har’aa raawwaterra ‘’guddaa ta’a’’ jedhan.

Iraan dabalataan Waashingiteniinis kan akeekkachiifte yoo ta'u, Israa'el akka haaloo baatuuf deeggaruun buufataaleen US gara irratti xiyyeeffatamuutti geessa jette.

Madda:- BBC

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA1 📡

>>Click here to continue<<

ABDII SABAA

Share with your best friend
VIEW MORE

United States America Popular Telegram Group (US)