TG Telegram Group Link
Channel: ๐Ÿ‘ซABBAA BIYYAA โคโค
Back to Bottom
Baga geessan Irreechaa Hora Finfinnee Irreechi kan milkii fi gammachuu nuuf haa ta'u!โค๏ธโค๏ธโค๏ธ๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
Forwarded from Jรธnรญ N Z
Forwarded from Jรธnรญ N Z
CANCALA JALALAA GURMUU FAARES WALDAA AMBO
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘

https://youtu.be/vdeeMxoGN7c?fbclid=IwAR0_GxGghKdXMa3Mz3w7Ous8SX90SFfkeE6iz3VnMtxICagQhafVlhGh_1I
Forwarded from ๐Ÿ‘ซABBAA BIYYAA โคโค (๐•ฝ๐‘ฌ๐‘ต๐‘ต๐’€(๐’“๐’†๐’Ž๐’ƒ๐’) ๐‘ด๐‘จ๐‘ต)
โš ๏ธ  Eeggannooโ—

Link hiriyootaan isiniif ergamu calliftanii banuun
1. Hackeridhaaf isin saaxila
2. Yakki account keessaniin hojjetamnaan dhaabbanni telegram banned akka taatan godha!

Account keessan eeggachuuf:
1. Two-step verification code fayyadamaa!
2. Security management keessan yeroo hundumaa ceck godhaa!
3. Link adda addaa isiniif ergamu, adda baaftanii utuu hin hubatin hin tuqinaa!
Join and share ๐Ÿ‘‰ @ABBAA_BIYYAAF
Hojii Ajaiba hojedha
https://hottg.com/notcoin_bot?start=r_573809_34200568
๐ŸŽ +2.5k Notcoin as a first-time gift
๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ +50k Notcoin if you have Telegram Premium @PremiumBot
https://hottg.com/notcoin_bot?start=r_573809_34200568
๐ŸŽ +2.5k Notcoin as a first-time gift
๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ +50k Notcoin if you have Telegram Premium @PremiumBot
๐Ÿ’Ž NotCoin Pre Market แˆ‹แ‹ญ แŠฅแ‹จแ‰ฐแˆธแŒ  แŠแ‹ list แˆŠแ‹ฐแˆจแŒ 3 แ‰€แŠ• แ‰€แˆจแ‹ ๐Ÿช™ 10 Million NotCoin แˆˆแˆ˜แ‹ตแˆจแˆต แ‹ญแˆ…แŠ• แŠ แ‹ตแˆญแŒ‰ ๐Ÿ”ฅ

โšกhttps://hottg.com/notcoin_bot?start=r_573809_34200568

โ–ถ๏ธ Video Link
https://hottg.com/notcoin_bot?start=r_573809_34200568

๐Ÿ”  Keep working hard don't Listen negative people.... People don't like when you change
๐Ÿดโ€โ˜ ๏ธ20 Millions Netcoin แ‰ฐแˆธแŒ  แ‰ แŠ” แ‹จแˆฐแˆซแˆแ‰ต live tiktok แˆ…แ‹แ‰ฅ แ‰ แ‰ฐแˆฐแ‰ แˆฐแ‰ แ‰ แ‰ต แˆฝแŒ แŠ“แˆ 100% แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆšแˆฐแˆซ แ‰ฐแˆ˜แˆตแŠญแˆฏแˆ ๐Ÿ˜

๐ŸŽ„ แˆแˆ‹แ‰ฝแˆแˆ แŒˆแ‰ฅแ‰ณแ‰นแˆ… แ‹ซแˆˆแ‹จ แˆผแˆญ repost แŠ แ‹ตแˆญแŒ‰ แ‰ แ‹› แˆ˜แŠ•แŒˆแ‹ต แˆฝแŒก ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://hottg.com/notcoin_bot?start=r_573809_34200568

https://hottg.com/notcoin_bot?start=r_573809_34200568
๐Ÿซถ๐Ÿซถ๐Ÿซถ๐Ÿซถ๐Ÿซถ๐Ÿซถ๐Ÿซถ๐Ÿซถ๐Ÿซถ๐Ÿซถ๐Ÿซถ๐Ÿซถ
๐Ÿซถ๐Ÿซถ๐Ÿซถ๐Ÿซถ๐Ÿซถ๐Ÿซถ๐Ÿซถ๐Ÿซถ๐Ÿซถ๐Ÿซถ๐Ÿซถ๐Ÿซถ


video แ‰ฐแˆ˜แˆแŠจแ‰ฑ ๐Ÿซด
๐Ÿฅ€ยฐQoophaa ta'i:
Of ijaari, abjuu kee irratti xiyyeeffadhu Rabbi nama qabatamaan siif malu siif erga.ยฐ

โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”
๐Ÿ–‹๏ธ
@hiriyyaaa ๐Ÿ–Œ๏ธ
Nama hundumaa safuu fi gaarummaadhaan ilaali, sababiin isaas isaan gaarii waan taสผaniif utuu hin taสผin, ati waan gaarii taateef.


โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”
๐Ÿ–‹๏ธ
@hirriyyaaa ๐Ÿ–Œ๏ธ
Onneekoo qabattee
Keessakoo dhuunfatta
Akka tasaatti seentee
Qaama koo to'atta

Anis siif bitameen
Jaalala keen qabame
Lubbuu ko jedheen
Jaalalaan si waame

Nama jabduu kooti ati
Gorsituu waan hundaa
Simbookoo bareedduu
Takkaan qabdu mudaa

Gaafa gadda kootii
Na waliin gadditee
Nama tokko miti
Nama hunda naaf taatee

Jaalatamtuu kiyya
Ibsituu karaa koo
Si waliin jiraadhaa
Siif kennee barakoo


โ™ป๏ธJoin & ๐Ÿ”—SHARE
โ•”โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•—
@hiriyyaaa
โ•šโ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•
............Jabaadhu.........
Kan qamadiif akeeku
Ingirdaada hin biqilchu
Namni waan guddaa beeku
Waan xiqqoof hin ililchu.

Miilla bitaa kaasanii
Adeemuuf mirgas kaasu
Yaada malee raasanii
Dhamarraa maal baasu

Eelaa malee horanii;
Boriif waan horatani
Kooraa malee koranii
Farda maaf komatani

Albee mormashee qale
Lukkuun baasuuf haati
Dooniin kompaasii qabne
Galaa galaanaa taati

Dhagaan tumameen cabne
Ogeessa dadhabsiisa
Namni mul'atan qabne
Jireenya of dhabsiisa

Mul'anni re'ee miti
Hin bitatan gabaadhaa
Namni qixa jirutti
Dhiibbaa uume jabaadha

Jabaadhu jabaa-dhuutii
Waanuma yaadde argatta
Abjuu keef hojjedhuutii
Mul'ata keenis mul'atta



๐Ÿ’ฏ๐Ÿ’ฏ๐Ÿ’ฏ๐Ÿ’ฏ๐Ÿ’ฏ๐Ÿ’ฏ๐Ÿ’ฏ๐Ÿ’ฏ๐Ÿ’ฏ
โ•”โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•—
โžก๏ธ
@hiriyyaaa ๐Ÿ’Œ
โ•šโ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•
โ™ป๏ธJoin & ๐Ÿ”—SHARE
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@hiriyyaaa
Kuulleeko  mudhii sonsaa   .................. Maal godheen si obsaa
Magaallee arraba toltuu
Ishee lapheekoo keessaa
Yaada xiqqoon qaba.     ............                          Yoo feetes sittan odeessaa
Qalbii kootu si hawwe,............... kanaafan ofitti oddeessa
Jibbiif hololli namaa
Ittuu walitti nu jabeessa
Yoo argiteef jedheen
Ergaa kana siif barreessa
Hireekee Koottuu buufadhu
Laphee Koo keessa.
Anoo yandoo jaalalaa
Shurrubbaa keettan dheessa

@hiriyyaaa
Nama jalaa dhokachuu dandeenya, dhukkubbii keenya jalaa dhokachuu dandeenya garuu ofii keenyaa fi waan nutti dhagahamu jalaa dhokachuu hin dandeenyu.

Sababni gidiraa fi kophummaa guddaan miira keenya ukkaamsuu, dhoksuu ykn baqachuu filachuudha.  Namoonni jaalala hin sodaatan, miidhamuu sodaatu.

Garuu akka jaallannu taasifamne: namni hundi jaallatamuu barbaada.  Hanga miira jaalala namootaaf qabnutti immoo lubbuun jirra .โœจ

โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”
๐Ÿ–‹๏ธ
@hiriyyaaa ๐Ÿ–Œ๏ธ
Money can buy a house;
           but not home.
Money can buy a bed;
           but not sleep.
Money can buy clock;
           but not time.
Money can buy a book;
      but not knowledge.
Money can buy food;
       but not appetite.
Money can buy your friends;
         but not love.
@hiriyyaaa
Ergaa kana Namaaf Affeeruun Badhaasa Torbee Kanaa Badhaafamaa.
Kun Baankii Oromiyaati

1. Dursa Liinkii armaan Gadii Tuqaa https://hottg.com/official_oromia_bank_bot?start=473843277
2. Itti Aansuun Start kan jedhu tuqaa
3. Join Channel Kan jedhu Tuqaa
4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa
5. Continue kan jedhu tuquun Liinkii ittiin namoota affeertan argattu
6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif namoota qooda

Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 f qoodaa
Hanguma Namootaaf qooddanniin hangi badhaafamtanis dabalaa deema.

Badhaasni keenya torbeetti yeroo hunda Badhaafamtoota ni qaqqaba

แˆ˜แˆแ‹•แŠญแ‰ฑแŠ• แ‹ซแŒ‹แˆฉแฃ แ‹จแ‹šแˆ… แˆณแˆแŠ•แ‰ต แ‰ฐแˆธแˆ‹แˆš แ‹ญแˆแŠ‘!
แ‹ญแˆ… แŠฆแˆฎแˆšแ‹ซ แ‰ฃแŠ•แŠญ แŠแ‹!

1. แ‰ แ‰…แ‹ตแˆšแ‹ซ แ‰€แŒฅแˆŽ แ‹ซแˆˆแ‹แŠ• แˆŠแŠ•แŠญ แ‹ญแŒซแŠ‘ https://hottg.com/official_oromia_bank_bot?start=473843277
2. แ‰ แˆ˜แ‰€แŒ แˆ Start แ‹จแˆšแˆˆแ‹แŠ• แ‹ญแŒซแŠ‘
3. Join Channel แ‹จแˆšแˆˆแ‹แŠ• แ‹ญแŒซแŠ‘
4. แ‹ˆแ‹ฐ แ‰ฆแ‰ฑ แ‹ญแˆ˜แˆˆแˆฑ
5. Continue แ‹จแˆšแˆˆแ‹แŠ• แ‰ฐแŒญแŠแ‹ แ‹จแˆ˜แŒ‹แ‰ แ‹ฃ แˆŠแŠ•แŠญแ‹ŽแŠ• แ‹ซแŒแŠ™
6. แˆ˜แˆแŠฅแŠญแ‰ฑแŠ• แˆˆแ‹ˆแ‹ณแŒ… แ‹˜แˆ˜แ‹ตแ‹Ž แ‹ซแŒ‹แˆฉ

แˆ˜แˆแ‹•แŠญแ‰ฑแŠ• แ‰ขแ‹ซแŠ•แˆต แˆˆ50 แŠฅแŠ“ แŠจแ‹šแ‹ซ แ‰ แˆ‹แ‹ญ แ‹ˆแ‹ณแŒ… แ‹˜แˆ˜แ‹ตแ‹Ž แˆผแˆญ แ‰ แˆ›แ‹ตแˆจแŒ แ‰ แ‹จแˆณแˆแŠ•แ‰ฑ แ‰ฐแˆธแˆ‹แˆš แ‹ญแˆแŠ‘!
แˆฝแˆแˆ›แ‰ฑ แˆแˆŒแˆ แ‰ แ‹จแˆณแˆแŠ•แ‰ฑ แŠ แˆญแ‰ฅ แˆˆแ‰ฐแˆธแˆ‹แˆšแ‹Žแ‰ฝ แ‹ญแ‹ฐแˆญแˆณแˆแฃ
HTML Embed Code:
2024/05/17 10:25:30
Back to Top