TG Telegram Group & Channel
👫ABBAA BIYYAA ❤❤ | United States America (US)
Create: Update:

Nama jalaa dhokachuu dandeenya, dhukkubbii keenya jalaa dhokachuu dandeenya garuu ofii keenyaa fi waan nutti dhagahamu jalaa dhokachuu hin dandeenyu.

Sababni gidiraa fi kophummaa guddaan miira keenya ukkaamsuu, dhoksuu ykn baqachuu filachuudha.  Namoonni jaalala hin sodaatan, miidhamuu sodaatu.

Garuu akka jaallannu taasifamne: namni hundi jaallatamuu barbaada.  Hanga miira jaalala namootaaf qabnutti immoo lubbuun jirra .

━━━━━━━━━━━
🖋️
@hiriyyaaa 🖌️

>>Click here to continue<<

👫ABBAA BIYYAA ❤❤

Share with your best friend
VIEW MORE

United States America Popular Telegram Group (US)