TG Telegram Group & Channel
👫ABBAA BIYYAA ❤❤ | United States America (US)
Create: Update:

AKKAM JIRTU?

Waa'ee homosexual (gay) (saala wal fakkaataa) maal beektu?
Barreefama kana hanga xumuratti dubbisi!

Dhihoo kana akkuma miidiyaa hawaasaa adda addaa irratti mul'ataa jiru, namoonni ani saala koo kan Waaqayyo naaf kenne osoo hin ta'in saala koo anatu filata; namoonni jedhan baay'achaa jiru.
Akkasumas Finfinnee keessatti hoteela haaraa gamoo guddaa baankii daldala Itiyoophiyaa keessatti banamee jira. Hoteela kana kan bane sheefii beekamaa Shef Marcas kan jedhamu; dhalataa Itiyoophiyaa, garuu biyya alaatti kan guddateedha. Maarree kun homosexual wajjin maal wal qabata jechuu dandeessu!

Hoteela kana keessatti namni tokko yeroo keessumsiifamu saala isaa ilaalanii abbee yookiin intala jedhamee waamama osoo hin ta'in saala ofìi keetif filatta waan ta'eef namni hundinuu isaan yookiin akka amma namoota jaarsolii itti waamnutti waamamuu jechuudha.
Kana jechuun suuta suuta homosexual yookiin hariiroo dhiiraa fi dhiiraa yookiin dubaraa fi dubaraa biyya keenya keessatti babal'isaa jiru. Dhiira fi dhiirri yookiin dubaraa fi dubarri walii wajjin jiraachun immoo fuula Waaqayyoo duratti cubbuu baay'ee ciggaasisaadha.
Kan Waaqayyoo namootaaf eeyyame, dhiirri tokkoo fi dubarri tokko akka waliin jiraataniifi. Namonni Waaqayyoon morman garuu dhiira ta'uu yookiin dubara ta'uu keenya nutu filata dhaadannoo jedhu qabu!
Kana immoo aadaan keenyas,
amantaa biyya keenyaa keessa hin jiru! Hundumtuus kanaan ni morma.

Brother sister kun na hin galchu! Hin jedhin! Wanti kun yoo altokko biyya keenya keessa seene, yoo nu ta'uu baatellee ijoollee keenya mudachuu danda'a. Mee itti haa yaadnu; namni akkamitti dhiira ta'ee dubarri bareedduu osoo jirtuu dhiira akka isaatii hawwaa? Horiin illee akkas hin gootu. Gaafa Waaqayyo sammuu isaatti dabarsee nama laatu kunoo akkasidha, namni akka horii osoo hin ta'in horiidhaa gaditti akka yaadu isa taasisa!
Waaqayyo sammuu dhalootaa haa qajeelchu!

Abbootiin keenya yeroo qaama isaanii zayitii hoo'aa dhaaf laatanii morma isaanii billaatti laatan nuti immoo yeroo waan kanaan mormuu dhiisnu seenaan nu gaafata. Bara nuti jiraannutti wanti hamaan akkasii akka iddoo hin arganne gochuu qabna!

Kanaaf anis atis dirqama tokko haa baanu. Miidiyaa hawaasaa qabnu hundumaa irratti suuraa gubbaa jiru, profile picture godhachuudhaan homosexualidhaaf uummanni oromoos ta'e, uummanni biyya keenyaa Homosexual (gay) dhaaf iddoo akka hin qabne haa muldhisnu.

Kutaa lammaffaa Wangeelli waa'ee Homosexual maal jedha kan jedhuun walitti deebina!

Sanbata dhufaa jiru kana mormii guddaan Finfinneetti ni gaggeeffama ati yoo achitti argamuu baattellee suura gubbaa jiru "profile picture" kee irra godhachuun homosexual akka mormitu beeksisi!

Dabalataanis barreeffama kana nama amantaa kamiyyuu ta'e hundumaaf share gochuudhaan dirqama nurra jiru haa baanu jedheen dhaamsa koo har'aa xumura. Waan hanga ammaatti dubbiftaniif Galatoomaa! Yoo xiqqaate namoota 20f ammuma #Share godhi!
Written ✍️ @yoottaam
@        ⎙          ⌲            🔔 
𝒓𝒆𝒂𝒄𝒕    𝒔𝒂𝒗𝒆     𝒔𝒉𝒂𝒓𝒆   𝒖𝒏𝒎𝒖𝒕𝒆 𝒄𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 ᷝ
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://hottg.com/+e5miWPJD1o43Zjdk
👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆

        ⎙          ⌲            🔔 
𝒓𝒆𝒂𝒄𝒕    𝒔𝒂𝒗𝒆     𝒔𝒉𝒂𝒓𝒆   𝒖𝒏𝒎𝒖𝒕𝒆 𝒄𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 ᷝ ᷝ

Forwarded from Yoottaam

>>Click here to continue<<

👫ABBAA BIYYAA ❤❤

Share with your best friend
VIEW MORE

United States America Popular Telegram Group (US)