TG Telegram Group Link
Channel: ๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
Back to Bottom
Dhiirummaa jechuun maal jechuudha.....?๐Ÿค”


ibsa barbaadeeti... nama sirritti naa ibsu Mee
.....
#Dhiirummaa......๐Ÿซต

Jecha kabajaati.... bakka ulfinnaati....
๐Ÿ‘‰ Dhiirummaan kennuu, arjoomuu fi wareegama barbaachisu kafaluudha...!
๐Ÿ‘‰ Dhiirummaan nama gaarii siif ooleef gaarii ooluu fi nama hamaa sitti ooleefis gaarima yaaduudha...!
๐Ÿ‘‰ Dhiirummaa jechuun... namoota biraaf kabaja qabaachuu, akkasuma ilaalcha isaaniitiifis kabaja qabaachuu... isaan tuffachuu fi sadarkaa isaanii gadi buusuu dhabuudha..
๐Ÿ‘‰ Dhiirummaa jechuun dhugaa ol baastee dubbachuu... dhugaa dirretti baasuudha... dhugaa dubbachuu keessatti sodaa wanni jedhamu keessa keetii dhabamuudha...!
๐Ÿ‘‰ Dhiirummaa jechuun...guddinna lubbuu... guddinna sammuu.... bakka guddaa gahuuf tarkanfachuudha...
๐Ÿ‘‰ Dhiirummaa jechuun Duudhaa fi Safuu hawaasaa eeggachuu...
๐Ÿ‘‰ Dhiirummaa jechuun... sodaa Rabbii qabaachuudha... bakka Rabbiin jaalatutti argamuudha...!
๐Ÿ‘‰ Dhiirummaa jechuun... Bareedinna keetiin osoo hin taane namummaa keetiin dubartii hawatuudha...!
๐Ÿ‘‰ Dhiirummaa jechuun bakka miidhamni jirutti haqa dalaguudha...!
๐Ÿ‘‰ Dhiirummaa jechuun... Hajamaa hunda, bakka inni harka diriirsetti moggaa dhaabachuudha....!
๐Ÿ‘‰ Dhiirummaa jechuun... Sadarkaa kankee beektee... bakka siif kenname bira kutuu dhabuudha....!
๐Ÿ‘‰ Dhiirummaa jechuun... bakka silaa Aaluu/gadoo bahachuu dandeessutti Irra namaaf dabruu... iddoo aariin sitti jirtutti if toohachuu...!
๐Ÿ‘‰ Dhiirummaa jechuun... harka lafaadhaan... imimmaan fula Abdii kutaterraa haquu...!
๐Ÿ‘‰ Dhiirummaa jechuun... ijji kee gammachuun.. keessi kee boqonnaa horatee... osoo nama hin miine rafuudha...

yoom kana qofa๐Ÿ‘‡
https://hottg.com/tafak_or
โœ Namni hedduun harka bitaa isaatti sa'aatii ๐Ÿ•ฐ gatii qaaliidhaan bitame hidhatee deema, garuu yeroon isa biratti waa hunda caalaa rakasa...!!

Afaaniinis yeroon qaaliidha jedhaa deema... maa itti hin fayyadamin ree...!?

@tafak_or
โœ Nama dhugaa dubbatu tasa yoo gartan harkatti hidhadhaa... lakkoofsi isaanii gadaa tana keessa xiqqaataa dhufee jira.
‏๏ดฟุฅูู†ูŽู‘ ุงู„ู„ู‡ ูŠูุญูุจูู‘ ุงู„ุชูˆูŽู‘ุงุจููŠู†ูŽ๏ดพ  ‏
ุฃุณุชุบูุฑู ุงู„ู„ู‡ ู…ู† ูƒู„ ุฐู†ุจ ูˆุฃุชูˆุจู ุฅู„ูŠู‡.
#Salphaa_seetaa....

โ€œFuula Obboleessa keetiitti seeqachuun sadaqaadhaโ€
ูˆุชุจุณู…ูƒ ููŠ ูˆุฌู‡ ุฃุฎูŠูƒ ุตุฏู‚ุฉ......

โœ Wanti kun yoo ilaalan salphaa wahii namatti hin fakkaatuu?! Mee koottaa namoota namaaf seeqachuu hin dandeenyeen wal isin barsiisaa...:

Waanyoon hin seeqattu,
namni jibbaa kee qabu siif hin seeqatu..., ๐Ÿ˜‰
Namni aarii qabu seequu hin danda'u..., ๐Ÿ˜‰
Namni faallaa kee deemu seequu hin danda'u..., ๐Ÿ˜
Namni guddinna kee hin jaalanne seequu hin danda'u....,๐Ÿ˜‰
namni boonu seequu hin danda'u...., ๐Ÿ˜‰
namni hinaaffaa kee qabu seequu hin danda'u...,๐Ÿ˜
diinni keetis siif hin seeqatuu itti qabadhu... ๐Ÿ˜

โœ Seequun nama qoma fayyaa qabdu qabuu fi nama dhugaan si jaalatu qofarraahi....!

Join๐Ÿ‘‡
https://hottg.com/tafak_or
Guyyaa boruu/Jimaata Haa'iyyaa osoo qaraanee....
guyyaa 3n kana keessatti buusnee Kitaaba biraa eegaluu ni dandeenya..... Mee maal jettu?


Yaada keessan bahaa
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
‏"ุฒูŠู†ูˆุง ุฌูู…ุนุชูƒู… ุจุงู„ุฏุนุงุก๐Ÿ•Š‏ ูˆ ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ุนู„ู‰ ุฑุณููˆู„ ๏ทฒ ุนู„ูŠู‡ ุงู„ุตู„ุงุฉ ูˆุงู„ุณู„ุงู…ุŒูˆุฃุณุนุฏูˆุง ุฃู…ูˆุงุช ุงู„ู…ูุณู„ู…ูŠู† ููŠู‡ุง ุจุฏุนูˆุฉ "๐Ÿ’™.
‏โง#ูŠูˆู…_ุงู„ุฌู…ุนู‡โฉ
https://hottg.com/tafak_or
Guyyaan Jum'aa kennaa Rabbiin Ummata hunda keessaa... Ummata Nabi Muhammadiif (Sallallaahu aleyhi wasallam) qofa kenneedha.
Ragaa isaa Hadiisa suuraa gubbaa jiru sana dubbisaa.
Sagalee darsii guyyaa Jimaataa ilaalchisee....?
Anonymous Poll
98%
A) Haa qaraanu
4%
B) hin qaraanu
HTML Embed Code:
2024/06/01 00:59:15
Back to Top