TG Telegram Group Link
Channel: SUPER OR⚽MO SP⚽RT
Back to Bottom
Taphoota Shampiyoons Liigii Awurooppaa galgala har'a taphatamu.

04:00 ⏲️ Atleetikoo Maadriid 🆚️B. Dortumaand
04:00 ⏲️ PSG 🆚️Baarseloonaa

         # EID MUBAREK
✅️Sa'aatii harkaa paawundii miliyoona tokko!!
➡️Peep Gaardiyoolaan tapha edaa galgalaan sa'aatii Riichaard Miilii paawundii miiliyoona 1.1 olii Bernabeu keessatti uffatee mat-duree oduu ta'ee.

Addunyaa kana irratti Sa'aatiin kun baayyee kan hin argamne yoo ta'u, addunyaa kana irratti gosoota 50 qofatu jira. Urjiin Teenisii Raafaa'eel Naadaal namoota addunyaa ispoortii keessatti sa'aatii kan uffatan keessaa tokkoodha.
FULL TIME
PSG 2-3 Barcelona
Atlético Madrid 2-1 Dortmund
Taphoota nuusa Xumuraa Liigii Awurooppaa
Xumurame
AC Milaan 0-1 Roomaa
Livarpuul 0-3 Atlaantaa
Livarkuseen 2-0 Westhaam
Benefikaa 2-1 Maarsee
Taphoota Piriimeer Liigii torbee kanaa

📬Sambata
08:30 🔰 Niwkastil Tootenhaam waliin
11:00 🔰 Bireentfoord Sheefild waliin
11:00 🔰 Barnileey Biraayteen waliin
11:00 🔰 Maan Siitii Lutoon waliin
11:00 🔰 Notinghaam Wolviis waliin
01:30 🔰 Bornmaawuz Maan Yunaayitid waliin

📬Dilbata
10:00 🔰 Livarpuul Kiristal Paalas waliin
10:00 🔰 Westhaam Fulhaam waliin
12:30 🔰 Arsenaal Astonvilaa waliin

📬Wiixata
04:00 🆚 Cheelsii Everteen waliin

        
🏟Dire Dawa international stadium🇪🇹
FT: Newcastle 4-0 Tottenham 🐓

🇸🇪Alexander Isak ⚽️⚽️
🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿Anthony Gordon ⚽️
🇨🇭Fabian Lukas Schär⚽️
⏱️ |FULL-TIME:

🐝 Brentford 2-0 Sheff Utd ⚔️
🟤 Burnley 1-1 Brighton 🕊️
🔵 Man City 5-1 Luton 🟠
🌳 Nottingham’ Forest 2-2 Wolves 🐺
✅️Maanchistar Yunaaytid Bornmaawuz waliin qabxii qooddate.
Xumurame: Bournemouth 2-2 Man United
Dominic Solanke || Bruno Fernandes
Justin Kluivert
Taphoota kaleessa taphataman

📬Piriimeer Liigii Inglaand

Niwkastil 4-0 Tootenhaam
Bireentfoord 2-0 Sheefild
Barnileey 1-1 Biraayteen
Maan Siitii 5-1 Luuteen
Notinghaam 2-2  Wolviis
Bornmaawuz 2-2 Maan Yunaayitid

📬Liigii Faransaay

Straasbarg 3-1 Reems
Reens 1-2 Toolus

📬 Bondasliigaa Jarmaan

Monchegladbah 1-2 Dortumaand
Baayer Muniik 2-0 Kooleny
Boochum 1-1 Haydaniyeem
Meenz 4-1 Hofaniyeem
RB Leepzing 3-0 Wolfisbarg
Stuutgaart 3-0 Firaankifert

📬Seeriyaa Itaalii

Liichee 1-0 Impoolii
Toorinoo 0-0 Juveentus
Boolenya 0-0 Moonzaa

📬Laaliigaa Ispeen

Atleetikoo M. 3-1 Jiroonaa
Riyoo Vayakano 0-0 Hetaaffe
Maayorkaa 0-1 Riyaal Maadriid
Kaadiiz 0-1 Baarselonaa

          
Taphoota har'a taphatamu

📬Primeer Liigii Inglaand

10:00 🔰 Livarpuul Kristaal Paalas waliin
10:00 🔰 Westhaam Fulhaam waliin
12:30 🔰 Arsenaal Astonvilaa waliin

📬Liigii Faransaay

08:00 🔰 Li Haarvee Naantis waliin
10:00 🔰 Kileermoont Monpeelee waliin
03:45 🔰 Liyoon Bireest waliin

📬Bondasliigaa Jarmaan

10:30 🔰 Darmishtad Frayburg waliin
12:30 🔰 B. Livarkuusan Werder Bireemen waliin

📬Seeriyaa Itaalii

07:30 🔰 Naapolii Firosinone waliin
10:00 🔰 Saasuloo AC Milaan waliin
01:00 🔰 Yudinizee Roomaa waliin
03:45 🔰 Inter Milaan Kaaglaarii waliin

📬Laaliigaa Ispeen

09:00 🔰 Laas Paalmaas Seeviyaa waliin
11:15 🔰 Giraanadaa Alavez waliin
01:30 🔰 A. Bilbaa'o Viyaariyaal waliin
04:00 🔰 R. Sosedaad Almeeriyaa waliin

          
Liivarpuul gufate .....

✅️Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 32ffaa har'a taphatameen Liivarpuul Kiristaala Paalaasiin injifatameera.

Liivarpuul dirree isaarraatti Kiristaal Paalaasiiin galchii 1 fi 0n injifatamuun imala gara Waancaatti taasiisu of jalaa dhiphiseera.

Tapha biroon Fuulhaam galchii 2 fi 0n Weest Haam injifateera.
Astonvilaan Arsenaal guffachiisee..

✅️Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 32ffaa har'a taphatameen Arsenaal Astoon Viillaan injifatameera.

Arsenaal dirree isaarraatti Astoon Viillaan galchii 2 fi 0n injifatamuun carraa liigicha dursuuf qabu of jalaa fashaleesseera.
Taphoota Shaampiyoons Liigii Awurooppaa har'a taphatamu.

04:00 🔰 Barseloonaa PSG waliin
Ag(3-2)

04:00 🔰 Dortumaand Atleetikoo Maadriid
Ag(1-2)

             
🇪🇺 UEFA Top Scores‼️

1. 🇫🇷 Kylían Mbappe | 8 Goals ⚽️
2. 🇫🇴 Harry Kane | 7 Goals ⚽️
3. 🇫🇷 Antoine Griezmann | 6 Goals ⚽️
4. 🇳🇴 Erling Brut Haaland | 6 Goals ⚽️

__________

🇪🇺 UEFA Top Assisters‼️

1. 🇦🇹 Marcel Sabitzer | 5 Assits 🅰️
2. 🇩🇪 IIkay Gundögan | 4 Assits 🅰️
3. 🇫🇴 Bukayo Saka | 4 Assits 🅰️
4. 🇫🇴 Jude Bellingham | 4 Assits 🅰️
5. 🇧🇷 Vinicious Jr | 4 Assits 🅰️
Morkii Shaampiyoons Liigii Arsenaal fi Baayermuunik eenyu Injifaata?
Anonymous Poll
55%
Arsenal
45%
Bayermuunik
Morkii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa Riyaal Maadriid fi Maanchistar Siitii eenyu Injifaata?
Anonymous Poll
41%
Maanchistar Siitii
59%
Riyaal Maadriid
✅️Roonaald Ara'ujo: “Kubbaan miilaa akkuma gammachuu guddaa naaf kenne akka malee na miidheera...”.

''Namoota haal-duree tokko malee cinaa koo jiran, hiriyyoota garee koo kanneen waan hunda dirree irratti dhiisanii deeman, akkasumas deeggartoota hanga dhumaatti nutti amanan nan galateeffadha.

Gammachuu isiniif kennuu dhabuu kootti baay’een gadda. kilabicha waaniin danda'uu gochuuf ammas ni yaalla!”.

Roonald tapha edaa Baarseloonaa fi PSG waliin taphatan irratti badii raawwate kardii dimaa fudhatee kilaba fi deggartoota dhifamaa gaafatee.
Arsenaal geeba Shaampiyoons Liigii Awurooppaa 2023/24 ala ta'e 🔴🏆
Shaampiyoons Liigii Awurooppaan Riyaal Maadrid tapha walakkaa xumuraaf darbe

Tapha deebii nuusa xumuraa Shaampiyoons Liigii Awurooppaa galgala kana taphatameen Riyaal Maadrid Maanchiister Siitii injifachuun tapha walakkaa xumuraaf darbe.

Taphni Maanchiister Siitii fi Riyaal Maadrid gidduutti taphame sa'aatiin idilee fi dabalataa galchii tokko qixa xumuramuu hordofee Riyaal Maadrid rukkuttaa adda bahiinsaan galchii 4 fi 3n Maanchiister Siitii injifachuun tapha walakkaa xumuraaf darbeera.

Baayern Muunikii fi Riyaal Maadrid tapha walakkaa xumuraan waliin falmatu.
HTML Embed Code:
2024/04/19 12:45:33
Back to Top