TG Telegram Group Link
Channel: Oromo Pictures
Back to Bottom
❤️💚❤️
#Tanzania_Kilimanjaro
Qeerroo power

Send pic via @oropicbot
@oromobeauty
#Amboo
@oromobeauty
#Nama_kudhaniif_20f_share_godhi

"Yaada mariif dhiyaate!!!!
=============%%============
#Mee_yaada_itti_haa_keenninu!!!!
____
____________
"Waldorgommiin alaabaa fiixeetti bahaa jira. Daangaas cehaa jira. Deggartoonni fi namoonni simannaa Ginbotiin 7f bahan alaabaa urjii hin qabne (lummuxxii) qofa qabatanii bahani. Sanaanis sabaa fi sablammoonni baay’een yaaddoo keessa seenani. Keessattuu Oromoon baay’ee yaadda’e. Alaabaan lummuxxiin biyya bakka hin bu’u waan ta’eef. Jarrii halluu alabaa seera qabeessa biyyittii miti kan isaan jibban. Hiika heeraa #Urjii alaabichaaf kenname jibbani. Hikkaa wal-qixxuummaaf kenname balaaleffatani.
==========================
Kanaaf #siyaasa_alaabaa_kana_akkamiin_haa_injifannuu?
~~~~~~~~~
Akkuma beekmu simannaa ABO'f kan bahu: miseesa ABO qofa miti. Deeggartoota ABO qofas miti. Oromoo qofas miti. Garee hedduutu baha. Kanaaf alaabaa ABO'n cinatti alaabaa biyyaalessaa heeraan beekamti qabu qabannee osoo baanee maal isinitti fakkaata?
=================
Akka kiyyatti, Alaabaa ABO cinatti alaabaan biyyaalessaa kan heeraan beekkamtii qabu qabatamee yoo bahame faayidaa isaa akka armaan gadii ni ta’a jedheen yaada...
1) Simannaa ABOf namoonni bahan sirna federaalizimii tikfachuuf kan waardiyyaa dhaabbatan malee biyya diiguuf bahan miti ergaa jedhu dabarsa addunyaadhaaf. Kanaaf gareen sirna federaalizimii jibbuun; biyya tokko, afaan tokko, amantaa tokko, alaabaa tokko...jedhuuf ergaa guddaa dabarsa.
2) ABOn mirga sabaaf sablammootaaf wabiidha malee balaa miti ergaa jedhu dabarsa. ABO'n Oromoo qofa osoo hin taane sabaaf-sablammoota biyyittii biratillee amantaa guddaa horachuu nii dandaha.
3) Simannaa ABOf Oromoo qofa miti sabaaf sablammoota hundatu waan fedhe qabatee bahe jedhama. ABOn sabaaf sablammootaafis sodaa utuu hin taane gaachanadha ergaan jedhutu lafa qabata.
4) ABOn akka G-7 odoo hin taane alaabaa biyyaa qabachuun isaa saboota hacuuccaa jala turan biratti fudhatama argata.ABOn G-7 dimokraasummaadhaan mo’atee bira darba jechuudha. Gochaa guddina sabasaa madaalus dalagee agarsiisee ergaa jedhu calaqqisiisa.
5) Simannaa ABOf miseensonni fi deeggartoonni OPDOs alaabaa ABO fi kan biyya qabatanii gootota qabsoo Oromoo, WBOf bahuu akka danda’an taasisa.
6) ABOdhaaf alaabaan biyyaa yoo baheef kabajaa fi ulfina guddaadha. #Jaal_Daawud boru Naannoo ollaa deemanii marii gochuu qabu waan ta’eef alaabaan ABO fi alaabaan heera Itoophiyaan kan biyyaa ta’ee jiru waliin simannaaf yoo bahe waan guddaadha.
7) Atakaroo alaabaa godhamaa jiru kana qaama ilaalchaanis ta'e gochaan hunda hammataa ta’etu deeggarsa argatee mo’ata waan ta’eef hunda of keessatti haammachuun bu’aa qaba. Siyaasa alaabaa adeemaa jirus herrega siyaasaa bilchaataan mohuun nama dandeesisa.
Mee kana irratti yaada wal haa jijjiirru. Haa marii’annu. Waan bu’aa irraa argannu malee waan nu miidhu gochuu hin qabnu. Dabalataan dorgommii siyaasaa keessatti wantota hadhaahan illee yoo ta'e injifachuuf jecha liqimsuu qabn.
Yaadi keessan murteessaadha!!!!!!!!"
#Nama_kudhaniif_20f_share_godhi
(By Tsegaye Ararssa)
@oromobeauty
❤️💚❤️
@oromobeauty
Qeerroon akkanatti nama dhagaha

@oromobeauty
Yoo sitti tole❤️

@oromobeauty
⚫️🔴⚪️
Ijoollee abbaa gadaa

@oromobeauty
❤️💚❤️
Jaal daawud ibsaa biyya isaanii galanii jiru
Anaadhufu jedhaa

@oromobeauty
Harmee jaal daawud ibsaa
Kan caalaa umurii dheeraa isiniif hawwina

@oromobeauty
Picture of the week!
Oromoo abbaa fardaa

@oromobeauty
Welcome!
Hirphaa gaanfuree

@oromobeauty
HTML Embed Code:
2024/06/01 16:03:27
Back to Top