Channel: Kana Beektu Laata❔
Carraan atii dhalachuuf qabduu tiriiliyoona 400 keessa 1.kanafuu atii tiriliiyoona 400 keessa abbaa carraa 1 tti taatetii kan gara addunyaa kan dhuftee!!
👇👇
@kanaBL
👇👇
@kanaBL
Miseensonni kana beektu laata join godhu kessanifi namoota afferu kessanif heddu galatooma!!!
Barsisaa fi hubannon nutii kanninu akkamu itti fufuutti ta'aa.
Ammalle nama afeeru hin dagatina!!
@KanaBL

Qaccineen(Saattawwan) guyyaa tokko (saati 24) keessatti, daqiiqaa 5-30 qofa akka raftu beektu laata?!!
HETEROPATERNAL SUPERFECUNDATION
#LAKKUU ABBAAN GARAA-GARAA(adda addaa) - Akkana jechuun afaan saayinsii walhormaataan, lakkuun sanyii kormaa(sperm) dhiira garaa-garaa lama irraa yeroo dubartiin takkaa ulfooftee dha. Kunis khan uumamu danda’u yeroo sanyiin kormaa(sperm) inni jalqabaa walqunnamtii saala waliin goote guyyoota muraasaaf osoo hin duune qaama hormaata dubartii kheessa yoo ture fi kkf uumamu danda’a. Uumamni akkanaa khuni baayyinaan bineensotaa fi bineeldota biratti ni mul’ata. Jechuun nama biratti hin mul’atu jechuu koo miti. Abbaa addaan baasuun qorannoo DNA barbaada.
Chaanaliin kana hiriyoota kheessaan aferuu hin dagatinaa
👇👇👇

HTML Embed Code: