TG Telegram Group Link
Channel: Cooperative Bank of Oromia
Back to Bottom
Cooperative Bank of Oromia
Photo
Firiiwwan Imala Waggoottan 20!
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa, imalasaa waggoottan 20 keessatti milkaa'inoota hedduu akka galmeesse, Hoji-Raawachiisaa Olaanaan Baankichaa, Obbo Darribee Asfaaw ibsaniiru.
Milkaa’inootni kunneen keessaa warreen ijoon፡
- Ji'a tokko qofa keessatti Qarshii Biiliyoona 25.3 walitti qabuun  Olkaawwannaa waliigalaan Qarshii Biiliyoona 169.45 ga'uu,
- Qabeenya waliigalaan Qarshii Biiliyoona 189.4 qaqqabuu,
- Baay’ina maamiltootaan Miiliyoona 14.5 kan ga’e,
- Baankii Abbaa dameelee 745 ta'uu,
- Hojjachiisaa lammiilee 15,357 ta’uu,
- Kenna Liqii qabsiisa maleetiin Qarshii Biiliyoona 20 liqeessuudhaan daldaltoota dhuunfaafi IMX Miiliyoona 1.2 akka harka qabe,
- Gama Tajaajila Baankii Dijitaalaan, karaa Kooppeey I-birri qofa maamiltoota Miiliyoona 17 horachuun Qarshii Tiriiliyoona 3 ittiin sochoosuudhaan baankii daran guddaa ta’uusaa raggaasiseera.

የ20 ዓመታት ጉዞ ፍሬዎች!
የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ በ20 አመታት ጉዞው በርካታ ስኬቶችን ማስመዝገቡን የባንካችን ዋና ሥራ አስፈፃሚ አቶ ደርቤ አስፋው ገልፀዋል።
ከነዚህ ስኬቶች ዉስጥ ጥቂት ግን አነኳር የሆኑትን ለማንሳት: -
- በአንድ ወር ብቻ 25.3  ቢሊዮን ብር በመሰብሰብ አጠቃላይ ተቀማጭ /deposits/ 169.45 ቢሊዮን መድረሱ፤
- አጠቃላይ ሀብቱ ብር 189.4 ቢሊዮን መድረስ መቻል፣
- 14.5 ሚሊዮን የደንበኞች ብዛት መኖር፣
- የ745 ቅርንጫፎች ባለቤት መሆን፣
-  የ15,357 ዜጎች አሰሪ ባንክ ለመሆን መቻል፤
- ያለ ምንም ማስያዣ፣ 20 ቢሊዮን ብር በማበደር 1.2 ሚሊዪን ሥራ ፈጣሪዎችና ጥቃቅን እና አነስተኛ ንግድ ላይ የተሰማሩ ንግዶችን መድረሱ፤
- በሞባይል ባንኪንግ አገልግሎት 17 ሚሊዮን የኮፔይ ኢ-ብር ተጠቃሚ በማፍራት፣ ከ3 ቲሪሊዮን ብር በላይ ማንቀሳቀስ የቻለ ግዙፍ ባንክ መሆኑን አስመስክሯል።
#CoopbankGrand20thAnniversaryCelebration #LegacyOfSuccess #Coopbank #Coopbank20thAnniversary #20YearsOfGrowthAndEmpowerment #Project20For20 #SheratonAddisHotel #Ethiopia
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
የባንካችን የ20ኛ ዓመት ክብረ በዓልን አስመልክቶ የ ETV ዘገባ::
የብሄራዊ ባንክ ገዢ የተከብሩ ማሞ እስመለዓለም ምህረቱ የባንካችን 20ኛ ዓመት አከባበር ላይ በክብር እንገድነት ተገኝተዉ የተናገሩት ንግግር ።
https://youtu.be/2_GOeZqIz70
የኦሮሚያ ክልል ርዕሰ መስተዳድር የተከብሩ ኦቦ ሸመልስ አብዲሳ የባንካችን 20ኛ ዓመት አከባበር ላይ በክብር እንገድነት ተገኝተዉ ያስተላለፉት ንግግር::
https://youtu.be/1hIYSHxQU9w
Maallaqni biyya alaatii yoo isiniif ergame, dabalataan gatii sharafaa %2 Kennaa argattu!

የውጭ ሃገራት ገንዘብ ከተላከልዎ፣ ከዕለታዊዉ የምንዛሬ ተመን በተጨማሪ 2% ጉርሻ ያገኛሉ!
#Coopbank #Exchangerate
Maallaqni biyya alaatii yoo isiniif ergame, dabalataan gatii sharafaa %2 Kennaa argattu!

የውጭ ሃገራት ገንዘብ ከተላከልዎ፣ ከዕለታዊዉ የምንዛሬ ተመን በተጨማሪ 2% ጉርሻ ያገኛሉ!
#Coopbank #Exchangerate
Cooperative Bank of Oromia
Photo
Injifattootni Baga Gammaddan!

Deebiin Gaaffii Keenya Marsaa 5ffaa ifoomee, Badhaafamtootnis adda baafamaniiru.

1. Faayidaaleen Maashina ATM ammayyaawaa Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa:
- Maallaqa baasuu, Maallaqa galchuu, Maallaqa dabarsuu, Haftee Herregaa ilaaluu fa'a yoo ta'u, deebiin 'Deebii Hin Qabu' kan jedhuudha

2. Tajajila Liqii Dijitaalaa Michuu argachuuf kan dirqama ta'e, Herrega Qusannaa Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa qabaachuu qofa

3. Lakkoofsi bilbila bilisaa giddu-gala tajaajila maamiltootaa Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa barreessaa '609' dha

Hirmaattota hundumaaf galatni keenya guddaadha!

አሸናፊዎች፣ እንኳን ደስ አላችሁ!

የ5ኛ ዙር ጥያቄዎቻችን መልስ ይፋ ሆኖ አሸናፊዎቹም ተለይተዋል።

1. የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ዘመናዊ የኤቲኤም ማሽኖች ጥቅሞች፡-
- ገንዘብ ማስገባት፣ ገንዘብ ማውጣት፣ ገንዘብ ማስተላለፍ(መላክ)፣ የሒሳብ ቀሪ ሒሳብን ማወቅ፣ ወዘተ ነው።

2. የምቹ ዲጂታል ብድር አገልግሎት ተጠቃሚ ለመሆን አስገዳጅ መስፈርት የሆነው፦
- የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ የቁጠባ ሂሳብ መኖር ነው።

3. የየኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ የደንበኞች አገልግሎት ነፃ የጥሪ ማዕከል ስልክ ቁጥር '609' ነው።

ለሁሉም ተሳታፊዎች፣ የላቀ ምስጋናችንን እናቀርባለን!!

#Coopbank #Coopbank20thAnniversary #20YearsOfGrowthAndEmpowerment #Project20For20
Maallaqni biyya alaatii yoo isiniif ergame, dabalataan gatii sharafaa %2 Kennaa argattu!

የውጭ ሃገራት ገንዘብ ከተላከልዎ፣ ከዕለታዊዉ የምንዛሬ ተመን በተጨማሪ 2% ጉርሻ ያገኛሉ!
#Coopbank #Exchangerate
Maallaqni biyya alaatii yoo isiniif ergame, dabalataan gatii sharafaa %2 Kennaa argattu!

የውጭ ሃገራት ገንዘብ ከተላከልዎ፣ ከዕለታዊዉ የምንዛሬ ተመን በተጨማሪ 2% ጉርሻ ያገኛሉ!
#Coopbank #Exchangerate
Coopbank representing Ethiopia at the UN Global Compact Conference of the 11th Africa Regional Forum on Sustainable Development (ARFSD-11), in Kampala, Uganda.

Coopbank was honored to take part in a high-level panel discussion during the Sustainable Development Goals (SDGs) Activation Day – “Forward Faster Now Africa”, where we shared our bold initiatives and transformative achievements in inclusive finance, gender equality, digital innovation, and climate action.

We proudly showcased how Coopbank is translating the SDGs into bankable solutions, empowered communities, and real, measurable impact across Ethiopia and beyond.

#CoopbankWay #ForwardFaster #BankSmarterLiveBetter #SDGs #ARFSD11 #Kampala #ClimateFinance #FinancialInclusion #Michu #PurposeDrivenFinance
Maallaqni biyya alaatii yoo isiniif ergame, dabalataan gatii sharafaa %2 Kennaa argattu!

የውጭ ሃገራት ገንዘብ ከተላከልዎ፣ ከዕለታዊዉ የምንዛሬ ተመን በተጨማሪ 2% ጉርሻ ያገኛሉ!
#Coopbank #Exchangerate
This April, Women Techmakers Addis, in collaboration with Cooperative Bank of Oromia, invites you to redefine possible! Join us for International Women's Day 2025 with inspiring talks, a dynamic panel, an AI workshop, a fireside chat, and invaluable networking. Exclusively for women in tech and innovation. Bring your voice, bring your curiosity, and let's shape a better future together.

📅 April 12, 2025

📍 DxValley 2.0 Incubation Center (Cooperative Bank of Oromia THQ)

👉 RSVP now: https://gdg.community.dev/events/details/google-gdg-addis-presents-women-techmakers-addis-presents-women-who-redefine-whats-possible-iwd-2025/

#Coopbank #WTMAddis #WTMIWD #RedefinePossible #GDGAddis #WomenInTech #WTMHackathon2025 #ReachForChange #ITC_NTFV
Maallaqni biyya alaatii yoo isiniif ergame, dabalataan gatii sharafaa %2 Kennaa argattu!

የውጭ ሃገራት ገንዘብ ከተላከልዎ፣ ከዕለታዊዉ የምንዛሬ ተመን በተጨማሪ 2% ጉርሻ ያገኛሉ!
#Coopbank #Exchangerate
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Gatii jijjiirraa caalmaa qabuun nubiraa fudhadhaa

ብልጫ ባለው ምንዛሪ ተመን ከእኛ ይቀበሉ!

#Coopbank #Remittance #HolidayConnections #CBORETAA #FastPay #TrustedPartner #HolidaySpirit #FamilyFirst
HTML Embed Code:
2025/04/11 01:15:15
Back to Top